Hararge Baha Dadar Keessatti Gootonni Oromoo Ficila Xumura (FXG) Gabrummaa Bahan/Amajjii 4,2016

Aside

Har’a Amajjii 4,2016 Ficilli Xumura Gabrummaa Yuuniversitii Adaamaa Keessatti Gootota Barattoota Oromoon Itti Fufe.

Aside

Aside

Har’aa Amajjii  4,2015 Godina Kibba lixa Shaggar magaalaa Tullubboolloo keessatti kan arguma mana barnoota sadarkaa 2ffaa Hibret fire ti barattoonnii barsiisota keenyaa nurraa hiitanii namni biraa nu hin barsiisuu jechuun hiikamuu barsiisota isaaniif dhaadannoo dhageessisa kutaa dhiisanii bahan.

Aside

12498872_1017047815022366_2125947269_nSabboonaan Oromoo Lenjisaa Raggaasa  GodinaShaggar lixaa aanaa Dandii magalaa Olokomiiti dhalate. Finfinnee keessa jiraata. Gaafa 28 /12 /2015 naannoo Birbirsa Gooroo /piyaassa keessatti tikaa wayyaaneen ukkaafame bakka buuteen isaa hin beekamu.

Elemo Ali: “Qawwee Fannifatee” [Oromo Protest Music]

Aside

https://soundcloud.com/gadaa-oromo-radio/elemo-ali-qawwee-fannifatee-oromo-protest-music

“Imaan Koo Dhagayaa” Dhaamsa Ayyoo Oromitittii

Aside

Faaruu Gaammee Bilisummaa Oromoo

Aside

“Abdiin Sabaa Suma Qeerroo Hin Sarmiini Didi Roorroo” Sabboonticha Artist Amiin Huseen/#OromoProtests (2016)

Aside

Barattooti Oromoo Yuniverstii Waliisoo Nyaata Lagachuu fi Gaddaan Diddaa Isaanii Muldhisan!

Aside

FXG Harage Hirnaa Keessatti Ciminaan Itti Fufuun Faaruuleen Warraaqaa” Dhufte Ijoolleen ABO dhaa,Haragee dha” Jechuun Diddaa Muldhisaa Oolan.

Aside