Godina Wallagaa Yuniversiitii Wallaggaa Keessatti Loltooti TPLF Barattoota Eebbifamuuf Jedhan Doorsisaa Jiru Jedhu Barattooti.

Aside

IMG_20170629_220602Waxabajjii 29,2017/Yuunversiitii Wallaggaa keessatti sirna eebbifamtoota bara kanaa irratti diddaan ka’uu. mala jechuun Wayyaaneen baratoota ba’aaf gala dhorkaa jiraachuu Qeerroon gabaase.
Mootummaan gita bittuu abbaa irree Wayyaanee baratoota mooraa yuunversiitii wallaggaa keesssa jiran maqaa eebba bara kanaa irratti mormii kaasuu jedhuun shakkii fi muddamsuu keessa seenuudhaan humna waraanaa guutummaa mooraa yuunversiitii Wallaggaa fi naannoo ishee irra qubsiisee baratoota moorichaa  ba’aafi gala dhorkaa akka jiru maddeen qeerroo mooraa yuunversiitii wallaggaa irraa gabaasan. Continue reading

Godina Arsii Aanaalee Shirkaa fi Gobbessaa Keessaa Oromoonni Heddumminaan Waraana TPLFn Qabamuun Hidhaatti Darbamaa Jiru.

Aside

because-i-am-oromoWaxabajjii 30.2017/ Godina Arsii Aanaa Shirkaa Magaalaa Gobeessaa keessatti Dargaggoonni Oromoo hidhamaa jiru. Godina Arsii Aanaa Shirkaatti Ayyaana Iidalfaxriitti Ummanni Akka mormii godhuuf waamicha karaa adda addaatin godhaa turtanii jirtu jechuun Ilmaan Oromoo mana isaanitii guuramuun hidhatti darbatamaa jiru. Akka gabaasni Aanicharraa nu gahe addeessutti dargaggoonni hanga ammaatti mana hidhaatitti darbataman Muhammad Jabboo Aliyyii, Huseen Amaan Gaaradoo, Turaa Jamaal Waakkannee, Ibraahim Jamaal H/ Hasan, Reeduwaan Sh/ Amiin Turee, Awwaloo Ahmad Aloo , Abdii Muhaammad Jamaal, Mahdii Muhaammad Amiin kanneen jedhaman kan keessatti argaman ta’uu maddeen keenya Shirkarraa gabaasanii jiru.

Kana malees Godina Arsii Aanaa Shirkaatti Dubartoota walitti qabdee Durgoo Qarshii 50 guyyaan kaffalaaafii Dubartoota doorsisaa jirti.19366239_682332708641349_5389908550204486148_n

Akka gabaasni achii nu gahe ibsutti dubartoonni maatii isaanii Akka deeggartoota ABO fi Qaamolee siyaasaa kamiituu hin Continue reading

ለማ መገርሳ – መንታ መንገድ ላይ?

Aside

በተስፋዬ ገብፈአብ

Image result for lemma megersaለማ መገርሳ የኦሮሚያ ኢንቨስተሮችን ሰብስቦ “የጡት አባት አንፈልግም!” ሲል የተናገረውን ከሰማሁ በሁዋላ ስለዚህ ሰው ትኩረት አደረግሁ። ይህ ያልተለመደ ንግግር በቀጥታ ህወሃትን ይነካል። ህወሃት ለኦህዴድ የጡት አባት ሆኖ ኖሯል። ለማ መገርሳ በንግግር ደረጃ በግልጽ ቋንቋ “የህወሃትን የበላይነት፤ የህወሃትን ጌታነት አንፈልግም” ማለት ችሏል። “እንዲህ በል!” ተብሎ የተናገረው አይመስለኝም። ህወሃትን እስከማውቀው ድረስ “ጎረቤቱን” እንዲህ ያለ ቃላት አያለማምድም። የህወሃት የፕሮፓጋንዳ ቃላት የታወቁ ናቸው። ይህ ንግግር የለማ የራሱ አባባል እንደሚሆን ማመን ይቻላል።

“ኦቦ ለማ መገርሳ የኦሮሞ ወጣቶችን ቀልብ እንዲስብ ለጊዜው እንዲህ ያለ ንግግር እንዲናገር ተፈቅዶለታል” የሚሉ አስተያየቶችን አንብቤያለሁ። በደፈናው “ለማ የጌታቸው አሰፋ ተላላኪ ነው። ስለዚህ ከለማ ምንም በጎ ነገር መጠበቅ አይቻልም።” ብሎ መደምደም ይቻል ይሆናል። በተጨማሪ ኦሮሞ ወጣቶች በወያኔ ጥይት ሲደበደቡ ለማ መገርሳ ምንም ማድረግና ምንም ማለት አለመቻሉን አንስቶ መውቀስ ይቻል ይሆናል። Continue reading

Artistooti Oromoo Beekamoon Lama Loltoota Wayyaaneen Butaman.

Aside

Waxabajjii 28,2017 /Godina Shaggar Kaabaa Kaabaa aanaa Giddaatti weellistoonni Oromoo lama butamanii jiru. Weellistoonni kun

  1. Mogoroo Jifaarii fi
  2. Shimallis Abbaabuu

Jedhaman,weellistoonni kun kana duras magaalaa sulultaatti ukkaamfamuun Wajjira poolisii Sulultaatti ergi guyyaa muraasa dararaamanii booda gad lakkifamii turan ammas marsaa lammaffaa,Godina Shaggar  kaabaa aanaa giddaatti ukkaamfamuun wajjiraa Poolisii aanaa giddaa keessatti dararaamaa jiraachuu gabaasni Qeerroo Giddaa ni addeessa. Continue reading

Tooftaa Dulloomaan Hoggana Haaromsaa Jirra Jechuun Wayyaaneen Ummata Goyyomsaa Jirti.

Aside

Waxabajii 28,2017/Godina Arsii Aanaa Gadab Magaalaa Gadab Asaasaa keessatti maqaa hooggantoota bu’uuraa jedhuun guyyoota kudhaniif wal gahii hojjattootata fi jiraattota walitti yaaftee durgoo Qarshii 100 dhibba tokkootin teessisaa jiraachuun dhagayamee jira.dhimmoonni Achitti kaafamaa jiran garuu dhimma FXG.ummanni Oromoo gaggeessaa tureeef jirurrattis ta’uu maddeen keenya gabaasanii jiru. Continue reading

Godina Arsii Aanaa Jajuutti Wayyaaneen TPLF Raammoo Midhaan balleessu biifna jechuun midhaanif beeyladoota fixaa jiru

Aside

Waxabajjii 28,2017/ Godina Arsii Aanaa Jajuutti Mootummaan Wayyaanee Raammoo Midhaan balleessu biifna jechuun midhaanif beeyladoota fixaa jiraachuun dhagayame.Wayyaaneen Ummata Oromoo fayyanna jettee Ummata keenya kan diinagdeedhaan laamsgessuuf jedhee Maqaa misoomatiin ummata keenya diinagdeen dadhabsiisee gaaffii isaan bilisummaaf gaafachaa jiran irraa akka gara gaaffii nyaachuuf dhuguu gaafatan godhaa jiraachuun beekamee jira.

QOPHII KAAYYOO

Aside

የአማሪኛ ፕሮግራም የፌደራሊዝም ፅንሰ ሀሳብ እና የኢትዮጵያ ፌደራሊዝም አመሰራረት የኢትዮጵያ ፓለቲካ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ላይ እና ስለ ፊንፊኔ ጥያቄ በሚሉት ዐበይት ጉዳይ ላይ ከ ሕግ ባለሙያ ዶክተር ፀጋዬ አራርሳ ጋር ክፍል ሁለት