SBO: Fulbaana 26, 2018. Oduu, Ibsa Gaazexaa Dhaabbileen Siyaasaa Oromoo 5 Gamtaan Laatani fi Ibsa Koreen Waldaa Waaqeffattootaa Oromoo Konfaransii Gaggeeffate ilaalchisuun Miidiyaaleen laate irratti gabaasa qindaa’e Akkasumsa SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

SBO:- Fulbaana 19,2018. Oduu, Gabaasa Konfaransiin hayyoota Oromoo galma komishinii Afrikaatti geggeeffame , Haala Yeroo Irratti Ibsa Paartileen Siyaasaa Waloon kennanii fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

SBO: Fulbaana 5 bara 2018. Oduu, Gabaasaa Gumaacha Sabboontotni WBO Jabeessuuf Taasisanii fi Qophii addaa Konfirensii Gamtaan Barattoota Oromoo Finfinneetti qopheesse ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

SBO FULBAANA 02,2018. Oduu, Ibsa Miseensi Sh.Gumii-GS-ABO J.Ibsaa Nagawoo Gaazzexeessotaaf kennanii fi gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Jeeyluu Abubakar Damboobaa waliin goone kutaa 3ffaa fi xumura