Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 29, 2016
Aside
Waxabajjii 28-29,2016 Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Magaalaa Finfinnee fi Bulchiinsoota Magaalota Addaa Naannawwaa Finfinneetti Daran Jabachuun itti Fufuun Warraaqsii kun Daran Jabaachuun Uummatni Poolisoota Federaalaa uummata Ajjeesuu fi dhiiga dhangalaasuun warraaqsaa uummata dura kanneen dhaabbachuuf bobba’anb irratti tarkaanfii fudhateen Poolisootni Federaalaa 4 Du’uufi 7 ol madaa’uu fi Uummatni nagaan namootni 17 olitti Kanneen Lakkaa’aman madaa’uun fi Motorri codii gabateen ishee 4 A.A 03634 kan mootummaa taate Irree uummataan barbadoofte, Daandiin Konkolaataa Finfinnee Gara Adaamaa fi Bahaa Oromiyaatti geessuu bakkoota hedduutti goototaa dargaggoota Oromnoon cufamee oleera, Warshaan Ispoonjii Zaamuura tti jedhamu Magaalaa Duuklam Keessatti kan Argamuus barbadaa’era.!
Kutaa Bulchiinsaa Naannoo Oromiyaa suuta suuta Magaalaa Finfinnee jala galfaman Laaftoo, Labuu, Qarsaa fi Hannaa Furii jedhamanitti Warraaqsii kun kan Daran jabaatee yoo ta’uu Uummatni ukkamsaan, Duulli Diigumsaa manneen jireenyaa fi Qe’ee nurraa haa dhaabbatuu Gaaffii mirgaaf ajjeechaan, hidhaa fi ukkamsaan deebii hin ta’uu jechuun warraaqsaa finiinsan. Haaluma kanaan Uummatni Oromoo fi Sabaaf sabvlamootni Cunqurfamoon biyyatti bifa dammaqinsa qabuun akka mirga isaaniif falmataniif Qeerroon bilisummaa Oromoo mariisiisaa kan turee fi barruulee warraaqsaa yeroo yeroon uummataaf tamsaasaa kan ture yoo ta’uu, haalaa Warraaqsaa FXG irrattis sabboontoota Uummata Oromoo Magaalaa Finfinnee fi Magaaloota Addaa Naannawaa Finfinneetti Marii gochuun Ibsa waliigalaa Warraaqsaa FXG jabeessuu dabarfachuu Qeerroon ifa gochuun ni yaadatama. Ammas Uummata Qawween fi loltuun cabsanii bituun takkaa hin danda’amu, qe’eef qabeenyaa irraa buqqisuun dhaabbachuu qaba, Gaaffii Mirga Abbaa Biyyummaa Oromoof Deebiin sirnaa kennamuu qaba Hidhamtotni oromoo gaaffii tokko malee hiidhamuu qabu, Kanneen Wareegamanii fi madeeffamaniif mootummaan gumaa kanfaluu qaba!!, kanneen qe’ee fi qabeenyaa irraa buqqifaman qe’ee isaaniitti deebiufamuun beenyaan haamilee kanfalamuu fi qaba!! Mootummaan Ce’umsaa haa hundeeffamu, Waraannii Mootummaa wayyaanee EPRDF/TPLF Oromiyaa gadhiisee bahuu qaba! Waraannii Wayyaanee, poolisootnii, hidhattootni fi humnootni tikaa wayyaanee uummatatti dhukaasuun uummata irraa dhalatan dhiigsuu, ajjeessuu fi ukkamsuu irraa of dhaabuun gaaffii uummataa dhaggeeffachuun cina dhaabbachuu malee adeemsii amma waraanaan fudhatamaa jiru furmaata tokko illee kan hin finne ta’uu qeerroon hubachiisa jira!!
Dr. Baaroo Keno Deressa
For the first time in the history of Oromo people struggle against the colonialism the current TPLF colonialist regime is panicked and disoriented. It is impossible for colonialist to survive, primarily because the system of colonialism needs some blood to suck. Colonialist regime in general to be like an eagle, but now the TPLF colonialist regime more like a vulture. It used to be strong enough to go and suck anybody’s blood whether they were strong or not. But now it has become more cowardly, like the vulture, and it can only suck the blood of the helpless. For more than 100 years the Ethiopian empire colonialist ruler suck the blood of defenseless Oromo people and other nations of the Ethiopian empire. Now the Oromo people get united to declare their right on this earth to be a human being, to be respected as a human being, to be free from all kinds of colonization and to build a democratic Republic of Oromia. To acquire those God given right the qube generation of gallant Oromo sons and daughters across Oromia confront with bare hands the well-equipped and organized TPLF military forces and paid and still paying grateful sacrifices. After that confrontation the TPLF regime get panicked by the reaction of the Oromo people and start to act like the vulture. The TPLF government thought that the Eritrean government is internationally condemned, sanction makes the Eritrean people economy weaker and it is a perfect time to act like vulture.
The TPLF government has invested millions of dollar and enormous human power in the form of military, security agents and diplomacy to slowdown the OROMO people movement for freedom. As I have already mentioned in my previous article that TPLF is critically sick and looking for transplantation. Unfortunately there were no matched organ were found to heal the TPLF disease in Ethiopian empire. The problem is in the course of learning the art of administering, TPLF have committed such a grave mistake, including risking the life of his fellow Tigrians. The flown blood of innocent Oromo people and other nations brought them insomnia. The Oromo people and other nations in Ethiopian empire find it difficult to forgive them. So the TPLF is now looking organ transplantation in Eritrea. The question is, is there any organ available with good compatibility? TPLF betray Eritrean people many times: (In Oromo: namni galfata nyaate akka aadutti du’a). Transplantation-Eritrea
Waxabajjii 25,216
Godina Arsii aanaa Diksiis magaalaa Hamdaa keessatti guyyaa har’aa mormii barattoonni mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa godhaa oolani.
Kana malees ummanni Magaalaa Asaasaa fi naannoo ishee mormiirra ooleera mormiilee isaanii keessatti ajjeechan gara jabeenyaa kan addatti ummata Oromoorratti raawwataa jiru haa dhaabbatu nuti wayyaanen hin bullu soba Wayyaanee hifanne jechaa oolaniiru, Arsii magaalota hedduu keessatti waraana akka cabbiitti gadi naquun ummata sochii dhoorgaa jiru.