9 thoughts on “Apply for Membership

  1. Karaa biraa moo yeeroo adda addaan miseensumma guute garuu odeeffannoon karaa qeerroo darbaa jiru na gaha hin jiru.
    Galatooma

  2. namabadaa
    JUNE 12, 2015
    SEENANAMABADAA
    1 COMMENT
    EDIT
    IMG_12062015_20572410441251_842007812555487_7591048960791209649_n

    Aliyi Sabit walisaa oromo kan ilman oromo dinaf qubaa itti latee harkka diina gachaa turee amalee galchaa jiru

    kan sodaa nuqabsisaf namni tokkolleen itti hin dubane .

    Top of Form 1

    Bottom of Form 1

    Sabboonaa fakkaachuudhaan ilmaan oromoo galaafachaa jira.keessumatti wallistoota oromoo 14. august 2011 k.l. 14:22

    Sabboonaa fakkaachudhaan ilmaan oromoo bakka isaan jiranitti hordofuudhan basaasaa kan jiru wallisaa Aliyyii Saabit yeroo dheeraaf otuu irratti hin beekamne wallistoota oromoo galaafachiisaa kan tureefii yeroo ammaa kanas haaluma sana irratti kan argamu ta’uu isaa maddeen qulqulluu sabboontota oromoo biraa bahan addeessanii jiru.Aliyyii Saabit abbaan isaas waggoota dheeraaf sirna basaasummaa irra turuudhaan gorsaa fii of eeggannoon adda addaa erga kennamaafii turee booda hojii isaa irraa of duuba deebi’uu didee jabeessee hojii isaa kan basaasummaa waan itti fufeef booddee irratti qabsaayota haqaatin erga ajjeefamee booddee ilmi isaa Aliyyiin galmee abbaa isaa lafaa kaasudhaan abbaa isaa bakka bu’uudhan hojii abbaan isaa hojjachaa ture sana irratti bobba’ee ilmaan oromoo keessumatti wallistoota qabsiisuu fii biyyaa akka bahan gochuu irratti yeroo ammaa kana gadi fageenyan hojjachaa jiraachuu isaa maddi qulqulluun kun addeessee jira. Kana maless nama aliyyii saabit jedhamuu kun guuyyaa walisaan kabajaman USMAYYO MUSA adunyaa irraa boqqote aliyyi fi walistooni bira qophii qaban turee magalaa finfinee keessati walistooni isaa wajin jiraa abboo nuti qophiin araa tun usmayyo nuf hin caaltuu jedhanii nuti refaka usmayyo dhabana jedhani biraa deman aliyyi saabit ammo isan jalaa hafee qophii saan godhee fixee guuyyaa usmayyon du,e guuyyaa lama ta,e akka nama aruzaa dhufeeti suufa ufaate karabatta hidhatee mazara kayyate akka waan du,uti usmayyo kun isaaf sargii ykn aruuza tateefiti dhufuun isaa bekkamadha miti ree.

    Sana malees harmeen Aliyyii saabit maqaan ishee nuriya OPD Jedhamatii. hojii mootummaa keessa hojjachaa kan turtee fii yeroo ammaa kanas hojjachaa kan jirtu keellaa bakka itti waan adda addaa itti sakattan irra hojjachaa erga turtee boodan abbaan mana ishee erga ajjeefamee booddee du’a abbaa mana ishee sana ilmaan oromoo irratti haaloo bahuuf hojii basaasummaa akka jalqabdees maddi kun itti dabalee addeessee jira.Aliyyii saabit yeroo ammaa kana finfinnee keessa kan jiraatu yommuu ta’u wallistoota oromoo warra finfinnee keessa jiraattan kanan amma as irratti maqaa isaanii kaasuu hin berbaadne hunda qabsiisuf tattaaffii inni gochaa turee milkaawuu baatullee wallisaa abdii ibiraahim akka qabamu erga godhee booda abdii ibraahim garuu duraan dursee odeeffannoo kana waanta dhagaheef biyya gadi dhiisee gara biyya somaaliilanditti erga baqatee booda yeroo ammaa kana biyya keenyaa akka jiraachaa jirus hubachuun danda’amee jira.IMG_12062015_205724

    Haaluma wal fakkaatun wallisaa kadir martuu ertiraa warra jiran adda bilisummaa oromoo wajjin hariiroo qaba jedhee erga yakkee booda kadir martuun odeeffannoo kana of dura waan hubatee jiruuf biyya gadi dhiisuf tattaaffii godheen milkaawuu dadhabee daangaa suudan irratti qabamee erga hidhaa turee booda mana hidhaa keessaa murtiif otuu gara mana murtitti miilan poolisiin tarree galchitee oofaa jirtuu nama lama ta’anii poolisii jalaa miliquudhan lubbuu isaa of baraarsee yeroo ammaa kana wallisaa kadir martuu biyya suudan keessatti akka argamus hubatamee jira.wallisaa maqaan isaa ffula duraaf asiratti barreeffamuuf taa’u kan sirba shimala koo wayya michuun nama ganti jedhee wallise tokko aliyyii saabidiin yakkamee erga qabamee booda hidhaan waggaa 13 akka itti murtaawee jirus maddeen kun itti dabalanii addeessanii jiru.

    Yeroodhuma dhiyoo kana keessa akka lakkoofsa oromootti baatii 7ffaa adooleessa keessa keessummaa tokko kan biyya norway irraa gara biyya ethiopian deeme nama maqaan isaa ammaaf as irratti tuquu hin barbaadne waan ta’eef yaada dabalataa argachuu yoo barbaaddan karaa E-mail keenyaa nuuf barreessuu dandeessu jedhamu qabsiisuf tattaaffin inni gochaa ture otuu hin milkaawin hafuun isaas dhagahamee jira.akka carraa ta’ee bilbilaan badru kan jedhamu sana erga inni gara biyya norwatti deebi’ee booddee dubbifnee argannee jirra.innis haala isaa fii hiriyyoota isaa irra gahee fii haala hamaa Aliyyii saabit hojjachaa jiru odeeffannoo gahaa nuuf kennee jira.kana malees hojiin Aliyyii saabit kana qofa otuu hin ta’un fuula duraaf odeeffannoo adda addaa eeggachaa waan jirruuf hordoftootni keenya waa’ee dhimma kanaa irratti yeroo hunda akka nu hordofan gaafanna. Walisaan aliyyii saabit kun yeero dheraaf biyya kessati goochotaa sukanesaa akan kana hojjacha turee walitoota inni faradee ykn basasudhan harkaa mootummaa wayyane galachee hidhafii midha addan addaa irraan gaha ture walistoota 10 oll ni tahuu maqaa walistoota oromo kan inni akkan godhaa ture keessaa namota murtawan maqaa isanii arkane bilbilee dubifnee jiraa gochooni kun hundii akka dhugaa te.e nuti himman kana maleese aliyyii saabit kun ossumaa hojii dinaa kana gagesaa jiruu initala takka tan fattiyya jedhamattu tan hojiidhaaf mana shisha finfine keessaa qabduu takka wajin wal jalatanii turan fattiyyan tun nitii nama wan xurteef jechaa abbaan mana isii yoo nu arkee seeran xarkaafii nuratii fudhatta jedhani wal fuudhaatanii bira karaa biyyaa olla keenyaa imaalani turan imaala fixatani kenya ykn maagalaa narobii seenana turan kana boodaa aliyyii saabit kan akumaa walisaa oromoti simatameeture haa tahu maale namonii hojii isaa bekkan kan nyaachuu fedhanilen jiruu irraa wal dhorkatumaa jirachaa turee kana bodaa jarmayya walistoota oromo kan magaala kenyatii makamee turee jaramaaya kan keessati aliyyii saabit kun yeroo dheraaf ABO balalefaacha ture yeroo 4 qeeqaame dininii kenamef ture inni hojii isaa kan biyyatti hojachaa turee hin dhifinee itumaafufee ture Mee badii inni balesse keessa sa.adi 3 biraa haa kunu mee kan 4 haa laluu kan afraafa kan akka armaan gadditti haa laluu mee

    Walistoota jiraa keessaa walisaa shafisii aqilii kan kan jedhamutti qophiin wahe aruuzaa obboolessa kenyaa murad ilalachisee shafisoo dubisani turan obboo muradifi haatii mana isaa aruzutitin shafisii tole nuti jarmayya qaban ni hojjaana jedhenii debisefture

    Yeroo kan shafisi jarmayatii dhufee itti hummu egalee yeroo in himme fixuu aliyyi saabit kun akan jedheni turee shafisin abboo jarii bar anii egaa nati himman ji,a 2 gehe jira jedhen jarii ammo itti hin him,ne shafisi tole jedheni jaratii bilbilee gaafate ture jarii nuti siiqofatii himmne male nama biratii hin himmne jedhani debisanif tura aliyyi malif akkasa jetaa jedheni gaafte aliyyisi akkas jedhee debisef anii waan siraan dhufu hin daalaguu jedheni debisef tole jedhe bira demme jarmayya wajiin meshaa muzziqaa qophesuu egalan yeroo isaan orgaan kiresani namticha dhahuu ykn kan xaphatu nama faxan jedhamu fidaani walee aruzaa hojachisuu egalan hojacha bulani ganama aliyyin bilbilee faxan yamee akka inni meshaa muziqaa jalaa fudhe fidhuu godhe ture sabaani isaa immo aliyyini ossumaa walistoota oromo kan wajin jiruu asa ta,e biyyatii hariroo qaba habashota fi moottumma wayyane waajiin IMG-20150405-WA0002hidhataa akka qabuu gaadii faagenya hubatame jiraa
    Akkuma bekamuu moottumman wayyaane kun yerro biyyotaa olaa isatii waan shakee abuuru yeroo fedhe ayyanna sababa godhatetii waa qoophessa. Biyyotta alaa isaa kan keessaa kan inni biyyee irratii xiyyefaate keniya fi biyyotaa arbati kaaf aliyyi saabit kun guuyyuma aruzza murad kan moottumman ethiopia qoophii qoophesse ture maagalaa narobi keessatti.aliyyi sababani inni meshaa saan itti milikisisu dandee inni akuma photo kan agartaan habashota ayyanna sababa godhatee biyyara dhufee kan wajiin hojachuf jechaa akkan ture garuu haa tahu male guyyaa in barii kara bakka qophii habashota demuf demmu dura taana badichaa walisaa abdii ibrahim itti dhaqee abboo aliyyi saabit bakka boruu deemuf demmatu tan hin demmin jedheeni ture aliyyi saabit kun akkan jedhenii debisef ani oromo kiraa mana nara hin kafaltuu demmetin dalgaadha jedheni debisef abdiisi aboo akkan hin jedhii Jedhiin garuu aliyyi aruzza ilmaa oromo tokkora habashoota biyya dhufan kanatu siif caala jedhe eee naf caala jedhen abdiisi aboo yoo bodaa komiin katee ani itti hin gaafatamu jedhenii makamasa tokko itti makamakee bira demme yoo akawii oromora cooma habashatitu anaf caala jetee demee jedhen aliyyin kun akuma jedhe goodhe meshaa badiin aruzza hojachuf irrati shakala turtee saan fudhate achii olle yeroo kan bichii mesha kan sabanii isaa sabaa bira tehe namichaa meshaa isaa aliyyi wajiin fudhani demma kan irrati bilbilee meshaa kiyya fidii kotu jedhe yoo fiduu bate ati ana bira hin hojatuu jedhe yeroo kan meshaa sanimiti kan bira aliyyi kiresee itti iti kene fidee dhufe kan silaa irrati shakalam ture dhorke yeroo inni fidee dhufuu sa,ati 7 tehe jiraa amma akuma dandetitin badiichii aruzza kan gaagesee ture badichii kun guyyaa itti anu gaalaniti aliyyi yammani kommi irrati kasan aboo malif wan akka kan hojataa jedhani gaanale nii hojadha maltuu isin geehe jedhe aliyyi bar hawasani oromo gaafii nuti kassa jiraa jedhen badichii aliyyi mal jedhee isiniti kasan hoo jedhe aliyyi akkan nun jedhaa jiran walisaan oromo kun malif demme habashota wajiin alaba ethiopia jalaa dhabatee siirbaa hoo nuti durisii habashoni maqan nu bitaan arra hoo malaqan walisaa bitani nu jedhaa jira jenan badichi aliyyi akkan jedhee debise hawasani oromoo asira haa ta,ani jedhe harkaa badicha guttu jalaa qabe dhimma isanii jedhe hordooftotaa kenya hin xumurane itti fuufa……….. KAAR EMAIL TIN YOO NU QUNAMUU FETAN email kan seenanamabadaa@gmail.com

  3. Qeerroon dhaloota haaraa boba’ee Uummata Oromoo qofaaf otoo hin taane Sabaa fi Sab-lammii biyya Itoophiyaa qilee keessa bu’uu baraare dha. Garuu yeroo ammaa inni du’e, inni boba’ee fi inni bade ni dagatame. Kun hin sirratu taanaan Qeerroon lafa irraa hanga dhumutti mirga isaa fi mirga Uummata isaaf ni du,a, ni falmata.

Leave a comment