Monthly Archives: May 2018
SBO: Caamsaa 30 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan Adda Addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Horroo Guduruu Wallaggaa, Guyyaa Har’aa Irreechi Tulluu Godina Horroo Gudruuu Dhagaa Gabar Irratti Kabajame. Darggoonni Oromoo walleelee warraaqsaa fi alaabaa ABOn faayamanii jaarii Tullu Dhakaa Gabar bifa adda ta’een kabajatanii oolanii jiru.
Aside
AMBOO-Caamsaa 19/2018 Sirna awwaalcha qeerroo Abdii Baddeessaa booda Amboon gara diddaa seentee jirti.
Aside
SBO Caamsa 27, 2018. Oduu, Ayyaana Caamsaa 20 kan Mootummaa Wayyaanee Ilaalchisuun Ibsa ABO fi Haala Yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO.
Aside
ONN:Gaaffii fi Deebii Miseenssa Shanee G-S-ABO duraanii fi Ogeessa Afaan Oromo Ob.Tamaam Yousuf waliin goonee kutaa jalqabaa.Caamsaa 26/2018
Aside
ONN:Amharic News. May 5/2018 Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 25,2018
Aside
Gaaffii fi Deebii Dura Taa’aa Partii KFO Dr.#Mararaa Guddinaa EthioTube waliin godhan.
Aside
Biyya Ethiopia keessatti EPRDF fi dhaabonni Siyaasaa gariin haqa dhaaba Siyaasaa tokkoo dhoksuun qooda ifii guddisanii dubbachuun “Dhugaa” ABO fi deggersa Ummataa inni qabu golguun wareegama deggertooti ABO baasan yeroo ukkaamsuu yaala muldhata ykn gochaa siyaasaa akkanaan beekamu.
Dr,Mararaa Guddinaan garuu hayyummaa fi nama beekaa ta’uun isaanii haasaa kana irraa waan guddaa barama.
- Aangoo ofiif osoo hin taa’e Ummata Oromoo aangessuuf qabsoo gochuu.
- Haala Siyaasa biyyattii fi jijjiirraa siyaasaa Ethiopia keessatti taasifne jedhamuu
- ABOn dhaaba deggersa ummataa eenyu caalaa iyyuu qabu ta’uu.
fi kkf irratti haasaa hayyuu tokkoo irraa eegamu taasisanii jiru.