Yaadachiisa. Waggaan 15ffaa Hundeeffamuu QBO Ebla 11 Kabajama.

Yaadachiisa. Waggaan 15ffaa Hundeeffamuu QBO Ebla 11 Kabajama.

Akka sa’aa DC 3:00PM, Birlin 9:00 PM fi akka FF 10:00 PM

====//=====

ABO OLF is inviting you to a scheduled Zoom meeting.

Topic: Kabajaa waggaa 15ffaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Time: Apr 11, 2026 10:00 PM Nairobi Join Zoom Meeting

https://us06web.zoom.us/j/88379134166?pwd=dYUQ1sXl789wD8gaCZiaoJ1TlBwLva.1

Meeting ID: 883 7913 4166

Passcode: 545353

Kabajaa Guyyaa Hundeeffama Waggaa 15ffaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐨𝐫𝐦𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐜𝐡𝐞! 

https://www.facebook.com/share/v/1C8evoUgHp

Gullalleen dachee ulfina qabeettii Ummata Oromoof bakka seenaati.

https://www.facebook.com/share/v/17XA3Zea9P

Guyyaa Yaadannoo wareegamtoota Sadaasa 9 waggaa 20ffaa,Fininnee Oromiyaa

Guyyaan Yaadannoo FDG Sadaasa 9 qabsaahota hirmaannaa FDG keessatti shoora olaanaa taphataa turan dabalatee hanga ijaarsa Qeerroo Bilisummaa Oromootti shoora taphatan waliin yaadatameera.

Warra wareegametu dungoo nuuf tahee ofii baqee Oromiyaa har’aaf wabii tahe ni yaadanna .

Addunyaa Keessoo Gaggeessitoota QBO keessaa tokko kan tahe Sadaasa 9 FDG waan jedhe …

SBO/VOL Dhalootni bara Wayyaanee dhiitamaa,dararamaa ture dhiibameetu warruma kaleetu ol bahe ammas dararaa…

Image

Guyyaa Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG Ilaalchisee Qophii SBO/VOL ONKOLOOLESSA 27, 2025

May be an image of 12 people, people studying and textJaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo dhimmoota hirmaannaa dargaggoonni ijaarsa biyyaa keessatti qabanii fi madda rakkoo Nageenyi dhibamuu Oromiyaa keessatti dantaa tahee fi Barbaachisummaa Mootummaa Ce’umsaa ABO fi KFO’n jaarmiyaalee Hawaasaa Oromoo adda addaa waliin mariiyachuun labsan irratti marii gaggeessuuf milkiin xumuraniiru.
Waraanni Oromiyaa keessaa dhaabbatee Nagaa fi Tasgabbiin Oromiyaa keessatti akka bu’uuf gaheen dargaggootaa maal tahuu akka qabu irratti Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo marii taasisanii jiru.
Dargaggoonni akka Siyaasa keessatti hin hirmaannef danqaaleen turanii fi ammas jiran irratti marii kan gaggeessan Qeerroon Bilisummaa Oromoo kunneen haalota Itti fayyadamummaa Miidiyaalee Hawaasaa fi Miidhaa inni qabuu fi Hojimaata Seera dhorkaa irratti gahee dargaggootaa maal akka tahuu qabus muuxannoon qoodameeraaf.
Marii Jaarmiyaa Dargaggootaa kana irratti hogganni ABO olaanaan Koree Hojii Raawwachiistuu ABO Jaal Jabeessaa Gabbisaa keessumaa kabajaa tahuun hirmaattotaaf haala kora Waliinii ABO fi KFOn jaarmiyaalee Oromoo adda addaa waliin Guraandhala 19/205-22/2025 Hoteela Ilillii International keessatti mariiyatame irratti ibsa bal’aa bakka buutota Qeerroo Bilisummaa Oromoo kanneeniif ibsaniiru.
Itti dabaluunis Jaal Jabeessaa Gabbisaa Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Obsaa fi Cichoominaan qabsoo waggoota 50 dura dargaggootni yeroo Sanaa walitti dhufuun dhaaba ABO hundeessanii Ummata Oromoo akka mirga isaaf falmatuuf fakkeenya turan yaadachiisuun Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoos har’a Murannoo sana dhaaluun mirga Ummata Oromoo kabachiisuu qaba jedhaniiru.