Ibsa Qeerroo

Labsii Barattootaa:Bilisummaa, Walabummaa fi Dimokiraasiin Ni Mo’ata! Warraaqsi Itoophiyaa keessatti mandi‟uuf jiru fakkii warraqsota biyyoota Kaaba Afrikaa, kan akka Tunisia, Egypt fi biyyoota Giddu-galeessa Bahaa ti. Sochiin ummataa godinaa kanneen keessatti eegalame ergaa seena-qabeessa tahe addunyaa hubachiise. Haalli keessa jirru … Continue reading Ibsa Qeerroo