Daily Archives: January 26, 2016
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Amajjii 26, 2016
Aside
Amajjii 26,2016 Wallagga Mana Barnootaa Biiftuu Naqamteeti FXG Itti Fufee Baha Oromiyaa Ciroo Ammoo Gamtaan Barattooti Jaallan Isaanii Hiriira Irratti Madaawan Gaafatan.
Aside

Baha Oromiyaa Ciroo

Lixa Oromiyaa Naqamte
Aside
Amajjii 26,2016 Sa’aa ammaa kanatti, Gindeberet Magaalaa Kaachis Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa irraa kan ka’e hanga ammaatti FXG bifa adda ta’een deemaa jira, Waraanni Agaazii dhukaasa hedduu mana barnootaa Magaalaa Kaachis irratti dhukaasaa jira. Ummannii fi barattooti diddaa cimnaan dura dhaabbachaa jiru.