“… Wanti Finfinnee, gara eessaa, gara giddu gala jedhamee adeemaa jiru Oromootu of xiqqeesse. Tigiraay keessa har’a yoo ilaalte dhaloonni isaanii Taankii gurguddaa daangaarr
Monthly Archives: March 2019
SBO Bitootessa 27,2019. Oduu, Godina Qellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa Onoota garagaraa keessatti waraanni mootummaa EPRDF kemikaala summa’aa ummata keessatti darbachuun miidhaa guddaa geessisaa jira jedhu jiraattotni. Kana irratti nama haasofsiisne caqasaa
Aside
“Raayyaan ittisa biyyaa Abbaa ijoollee 9 manaa fuudhanii ajjeesanii qaama saalaa isaa irraa muran”
Aside
[SQ, Bitootessa 27,2019] Nama Raamadan Waltajjii Kormaa jedhamu jiraataa Wallagga Lixaa Aanaa Qondaala ganda Kaasee jedhamu yoo ta’u, waraanni mootummaa manaa baasanii waraanni baayyinaan nama 9 ta’an rasaasaan Kalee isaa bitaarra rukutanii akkasuma Handhuura jala rasaasaan rukutanii, morma isaa irra qalanii ajjeesanii jedhu jiraattonni Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof yaada laatan.
Akkasumas yeroo dhaqnee reeffa isaa ilaallee qaama saalaa isaa irraa muranii garaa isaarra kaahanii biraa sokkan jedhu.
Gochi kun kamisaa darbe akka lakkoofsa Habashaatti 12,07,2011 akka raawwate Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof ibsanii jiru. Continue reading
“Lola ofirraa ittisuu irraa gara lola haleellaatti jirra!”
Aside
#Xiyyeeffannoo (27 Bitootessa 2019)-Gaaffii fi Deebii Jaal Marroo Dirribaa, Ajajaa WBO Zoonii Lixaa waliin taasifame-