Waxabajjii 25,2017/Guyyaa Har’aa Ayyaana Iidaa Alfaxrii salaata Duraa fi boodattis Godinaalee Harargee Arsii fi Baalee keessatti Mormiin balaleffanna Mootummaa Abbaa Irree wayyaanee godhamaa jira.waraanni wayyaanees daandii marsee akka cabbiitti gadi naqamee ummata harka wal Qaxxaamursee mormii godhaa jiru daawwataa jira . Continue reading
Monthly Archives: June 2017
Aside


OMN- Social Media Ilaalchisee Qophii Marii Maanguddoota Oromoo,Melbourne Australia.
Aside
QOPHII KAAYYOO የአማሪኛ ፕሮግራም የፌደራሊዝም ፅንሰ ሀሳብ እና የኢትዮጵያ ፌደራሊዝም አመሰራረት የኢትዮጵያ ፓለቲካ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ላይ እና ስለ ፊንፊኔ ጥያቄ በሚሉት ዐበይት ጉዳይ ላይ ከ ሕግ ባለሙያ ዶክተር ፀጋዬ አራርሳ ጋር ክፍል አንድ….:
Aside
SBO: Waxabajjii 25 bara 2017. Oduu, Gaaffi fi Deebii Artiist Hawwii Maahmud waliin taasifame -Kutaa 2ffaa fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.
Aside
ONN: Oduu Waxabajjii 24/2017
Aside
Gaggeessaa Jaallan Eebbifamtoota Bara Kanaaf Qeerron Yuunibarsiitii Jimmaa Bifa Ho’aan Goolabee jira.
Aside
Waxabajji 24,2017/ Falma abbaa biyyummaa irratti FDG irraa hanga FXG waliin falmaa diddaa roorroo halagaa waliin taasifamaa ture irratti waliin waan uummata Oromoof ta’a jedhamu mara irratti waliin turtii taasisaa turan. Adeemsa falmii mirga abbaa biyyuummaa ABO n durfamuu kana keessatti bu’aa bayii hedduu waliin dabarsaa kan turan, bakka rakkoon walii isaanirra gahe irraatti maallaqaniis qaamanis wal tumsaa turuun walirraa faca’iinsa Oromiyaa keessaa sababa dalagaa hojiif akkasuma xumura barnootaa kaawwaniif qophii gaggeessaa waliin taasisanii jiran. Continue reading
Godina Lixa Shaggar,Magaalaa Amboo Keessatti FXG Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Waxabajjii 23/2017) Gidduugaleessa Oromıyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Guyyaa Har’as Itt Fufuun Goototni Qeerroon barattootni fi Dargaggoonni Oromoo Magaalaa Amboo Sochii Warraaqsaa FXG jabeessuun hidhaan, ajjeechaa fi dararaan kamuu qabsoo falmaa mirga abbaa biyyummaa keenyaaf goonu irraa hanga gaaffiin mirga abbaa biyyuummaa deebii argatuutti Sochii mormii gita bittaa abbaa irree wayyaaneef qabnu irraa hin dhaabbatnu jechuun Sagalee Mormii jabaa dhageesisuun waraana wayyaanee dura dhaabbatan. Continue reading
Qophii Sirna Baniinssa Oromia News Network M/Minyapolisitti July 8/2017tti gad-geffamuuf jiraatu irratti hundi kessan afeeramtanii jirtu. Koree tumsa Ummataa Oromia News Network.
Aside
Waamicha Hawaasaa Oroomoo Waashingitoonii fi Nannoo Jiraataniif Eebba Kitaaba Afaan Oromoo – “GAAF-TOKKO”
Aside
