Godina Arsii Aanaa Jajuutti Wayyaaneen TPLF Raammoo Midhaan balleessu biifna jechuun midhaanif beeyladoota fixaa jiru

Aside

Waxabajjii 28,2017/ Godina Arsii Aanaa Jajuutti Mootummaan Wayyaanee Raammoo Midhaan balleessu biifna jechuun midhaanif beeyladoota fixaa jiraachuun dhagayame.Wayyaaneen Ummata Oromoo fayyanna jettee Ummata keenya kan diinagdeedhaan laamsgessuuf jedhee Maqaa misoomatiin ummata keenya diinagdeen dadhabsiisee gaaffii isaan bilisummaaf gaafachaa jiran irraa akka gara gaaffii nyaachuuf dhuguu gaafatan godhaa jiraachuun beekamee jira.

QOPHII KAAYYOO

Aside

የአማሪኛ ፕሮግራም የፌደራሊዝም ፅንሰ ሀሳብ እና የኢትዮጵያ ፌደራሊዝም አመሰራረት የኢትዮጵያ ፓለቲካ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ላይ እና ስለ ፊንፊኔ ጥያቄ በሚሉት ዐበይት ጉዳይ ላይ ከ ሕግ ባለሙያ ዶክተር ፀጋዬ አራርሳ ጋር ክፍል ሁለት