Godina Harargee Bahaa Aanaa Haramaayaa Keessatti Daa’imman Saantima argattan baankitti qusadhaa jechuun dirqisiifamaa jiru.

Aside

Waxabajjii14/2017, Godina Harargee Bahaa Aanaa Haramaayaa Keessatti Daa’imman Saantima argattan baankitti qusadhaa jechuun dirqisiifamaa jiru.Wayyaaneen kisaaraa diingdee isii mudate jalaa bahuuf Ummata Oromoo xiqqaaf guddaa osoo hin jenne saamaa jiraachuun kan beekamuudha.Magaalaa Haromaayaa fi gandoota magaalichaa hunda keessatti Daa’imman walitti qabamuun akka maallaqa guyyarraa argatan baankii daldala Itoophiyaatti qusatan taasifamaa jiraachuu maddeen keenya Haramaayaa irraa nuuf gabaasanii jiru Continue reading