Godina Oromiyaa Gara Garaa Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

Waxabajjii 25,2017/Guyyaa Har’aa Ayyaana Iidaa Alfaxrii salaata  Duraa fi boodattis Godinaalee Harargee Arsii fi Baalee keessatti Mormiin balaleffanna Mootummaa Abbaa Irree wayyaanee godhamaa jira.waraanni wayyaanees daandii marsee akka cabbiitti gadi naqamee ummata harka wal Qaxxaamursee mormii godhaa jiru daawwataa jira .19424063_1922514624692590_7348990416208321240_n.jpgOromiyaa bakkoota heddutti Salaata duraaf salaata boodas Mormiin Fincila Xummura Gabrummaa FXGn godhamaa Oolee jira Godina Baalee Magaalota Roobee,Dodolaa,Gaasaraa, Haroo, Goobba,Gindhiir Godina Shawaa Bahaa Magaalota Adaamaa Wanjii, Awaash, Bushooftuu fi Godina Arsii Shaashamannee,Asaasa,Dodola,Dheeraa, Itayyaa, Siree, Roobee Diida’aa keessatti mormiin cimaan gaggeeffamaa jira.Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa keessatti  kaleessa galgalarraa kaasee Qeerron Sagalee mormii dhaggeessisaa buluu irraa kan ka’e  Waraanni feederaalaa Magaalattiitti gadi naqamuun ummata doorsisaa kan oole yoo ta’uu Ayyaanicharratti bulchasn Aanichaa Obbo Qaasim Ahmad haasawa godhaa osoo jiruu ummanni tokkommaan sagalee dhageessisee haasawa isa dhoorguu fi Bulchaan Aanichaa bifa doorsisaatin dheekkamee ummata Sodaachisuuf yaalus haasawa kijibaa isaa osoo hin haasawin Kumaandi poostiin marfamee gara mana isaatti deebifamee jira

One response

  1. Pingback: Godina Oromiyaa Gara Garaa Keessatti FXG Itti Fufee Oole. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: