SBO: Waxabajjii 07 bara 2017. Oduu, Qophii Hundeeffama SBO waggaa 29ffaa ilaallatuu fi Dhimma Jijjiiramuu qubee Afaan Oromoo irratti Gaaffii fi deebii Obboo Yaasoo Kabbabaa Hordofaa waliin taasifame. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/06/07062017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barataa Medicine Waggaa 6ffaa Yuunibarsiitii Jimmaa fi Barreessaa Kitaaba ‘’Hidhaa Moo Hidhannoo?’’ jedhu kan barreesse barataa Falmataa Bayeechaa Hundee Adamoo Waraana TPLF Jalaa Miliquun Biyyaa Bahe. Aside Waxabajjii 6/2017 Barataa Medicine Waggaa 6ffaa Yuunibarsiitii Jimmaa fi Barreessaa Kitaaba ‘’Hidhaa Moo Hidhannoo?’’ jedhu kan barreesse barataa Falmataa Bayeechaa Hundee yeroo dheeraaf humnoota tikaa fi Waraana komaandii Poostii wayyaaneetiin ajjeechaaf barbaadamaa kan ture afaan Diinaa jalaa miliqee bahee jiraachuu madden Qeerroo gabaasan. Barataa Falmataa Bayeechaa Hundee Gamtaa Barattoota Oromoo GBO bu’uuressuu fi hanga hoogganuutti illee gahee guddaa nama qabudha. Sabboontota dargaggoota Qeerroo Oromoo Sochii Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa Ebla 11/2014 irraa eegaluun bifa qindaa’een qabsiisan keessa nama tokko ta’uun beekamaadha. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...