Tooftaa Dulloomaan Hoggana Haaromsaa Jirra Jechuun Wayyaaneen Ummata Goyyomsaa Jirti.

Waxabajii 28,2017/Godina Arsii Aanaa Gadab Magaalaa Gadab Asaasaa keessatti maqaa hooggantoota bu’uuraa jedhuun guyyoota kudhaniif wal gahii hojjattootata fi jiraattota walitti yaaftee durgoo Qarshii 100 dhibba tokkootin teessisaa jiraachuun dhagayamee jira.dhimmoonni Achitti kaafamaa jiran garuu dhimma FXG.ummanni Oromoo gaggeessaa tureeef jirurrattis ta’uu maddeen keenya gabaasanii jiru.

Godina Arsii Aanaa Jajuutti Konfirasii hundeeffama liigii dubartootaa jechuun Dubartoota dirqamaan doorsisanii wal gahii akka taa’an taasifamaa jiru dubartoonni wal gahicharratti hin argaminis kaayyoo biraa qabdu jedhamuun kaabinootan doorsifamaa jiru.

1 thought on “Tooftaa Dulloomaan Hoggana Haaromsaa Jirra Jechuun Wayyaaneen Ummata Goyyomsaa Jirti.

  1. Pingback: Tooftaa Dulloomaan Hoggana Haaromsaa Jirra Jechuun Wayyaaneen Ummata Goyyomsaa Jirti. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s