Anaa Baabboo Gambeel Godina Wallaggaa Ummataa fi Humna Waraana Wayyaanee Jidduu Walitti Bu’iinsi Jiraachuun Beekame.

Aside

Bitootessa 28,2017 /Godina Wallaggaa  Anaa Baaboo Gambeel Keessaattii humni waraana Wayyannee uumataa nagaa gooluu irraan kan ka’e ummanni naannichaa wal gurmeessuun waraanni jiraattoota nagaatti roorrisu akka naannicha gadhiisee bahu yoo gaafatan illee ummata reebuu fi doorsisuun waan itti fufeef jecha gartuun komaandi poostii jedhamu  mormii dhageessisuuf jettu jechuun uummata ba’aaf galla dhowwa jiru.. Magaalaan Baaboo moraa Leenjii warrannaa fakkataa yeroo amma kana uummanii deeme galuuf soda keessa jira…dhimaa kana irraattii Baaboodha nama dubbisunu qaban. Continue reading

Godina Wallaggaa Magaalaa Najjii Keessatti Diddaan Barattoota Oromoo Itti Fufe.

Aside

Guyyaa kaleessaa 272017 G/W/Liixaa magaalaa Naajjoottii bartonnii mana barumsaa qopha’insaa Naajjoo Mormii yeroo jalqabanittii humnaa warannaa wayyanneen bitina’anii bartoottii hedduun gara lagaattii baqatanii turan haalumaa kanan bartoottii hedduun guyyaa kalleessa qabamanii mana hiidhaattii geessuun aduu keessa ka’iini reebichaa hammaan irraattii rawwachaa jira. Maatiin bartootaas ta’ee namnnii kammiyyuu hiidhamtoota dubbisuu hin danda’u. Continue reading

SBO Bitootessa 29,2017. Oduu, H/Dn ABO J/Daawud Ibsaa Giddu Gala Mooraa Leenjii ABOtti argamuun miseensota WBOf haasaa godhan. Kana irratti gabaasa addaa qabna; kutaa 4ffaan gaaffii fi deebii Art.Tafarii Makonnin itti fufa. Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside