Guyyaa kaleessaa 272017 G/W/Liixaa magaalaa Naajjoottii bartonnii mana barumsaa qopha’insaa Naajjoo Mormii yeroo jalqabanittii humnaa warannaa wayyanneen bitina’anii bartoottii hedduun gara lagaattii baqatanii turan haalumaa kanan bartoottii hedduun guyyaa kalleessa qabamanii mana hiidhaattii geessuun aduu keessa ka’iini reebichaa hammaan irraattii rawwachaa jira. Maatiin bartootaas ta’ee namnnii kammiyyuu hiidhamtoota dubbisuu hin danda’u.
Kalleessummaa achummaa magaalaa Naajjoottii maneen daldalaa namoota gibirra kafaalu didan jechuun cuuffannii daldaltoota gara walga’iittii wamaa olan..