SBO: Bitootessa 15 bara 2017. Oduu, Gaaffii fi deebii Dura Taa’aa Konyaa ABO Mul’is Abbaagadaa -magaalaa Toroontoo waliin taasifamee fi gaaffi fi deebii Artiist Mastaawat Haylayyasuus Qananii waliin taasifame Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa. Aside https://qeerroo.files.wordpress.com/2017/03/15032017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading...
Testimony of Seenaa Jimjimo, The Suffering of Oromo People Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading...
RSWO – Bitooteessa 12, 2017 – Oduu fi dhaamsa RSWo dhageeffachuu ni jaalattanii?? Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading...
Biyya Oromoo Keessatti Biyya Biraa Ijaarun Itti Fufe! Aside Baarentuu Gadaa Irraa Ummanni Oromoo saba guddaa, saba aadaa, seenaa fi duudhaa guddaa qabuudha. Ummanni kun biyya mataa isaa, biyya barootaaf irra jiraachaa ture ummata qabuudhasi. Biyya isaa keessaattis akkuma seenaan ragaa bahutti ummata sirna bulchiinsaa mataa isaa diriirsee ykn ijaarratee seeraa fi sirnaan, nagahaan wal bulchaa tureedha.Ummanni Oromoo dachee badhaatuu lafa facaasanii irraa hammaarratan, horanii irra yaasan qabu ta’unis dhugaa iafa jiruudha. Walumaa galatti ummanni Oromoo ummata aadaa, seenaa fi dhuudhaa akkasumas qabeenya ummamaa hammaramee hin dhumne qabudha jechuutu danda’ama. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading...