Bitootessa 28,2017 /Godina Wallaggaa Anaa Baaboo Gambeel Keessaattii humni waraana Wayyannee uumataa nagaa gooluu irraan kan ka’e ummanni naannichaa wal gurmeessuun waraanni jiraattoota nagaatti roorrisu akka naannicha gadhiisee bahu yoo gaafatan illee ummata reebuu fi doorsisuun waan itti fufeef jecha gartuun komaandi poostii jedhamu mormii dhageessisuuf jettu jechuun uummata ba’aaf galla dhowwa jiru.. Magaalaan Baaboo moraa Leenjii warrannaa fakkataa yeroo amma kana uummanii deeme galuuf soda keessa jira…dhimaa kana irraattii Baaboodha nama dubbisunu qaban.