SBO: Waxabajjii 25 bara 2017. Oduu, Gaaffi fi Deebii Artiist Hawwii Maahmud waliin taasifame -Kutaa 2ffaa fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.

Aside

ONN: Oduu Waxabajjii 24/2017

Aside

Gaggeessaa Jaallan Eebbifamtoota Bara Kanaaf Qeerron Yuunibarsiitii Jimmaa Bifa Ho’aan Goolabee jira.

Aside

GDASAO JUWaxabajji 24,2017/ Falma abbaa biyyummaa irratti FDG irraa hanga FXG waliin falmaa diddaa roorroo halagaa waliin taasifamaa ture irratti waliin waan uummata Oromoof ta’a jedhamu mara irratti waliin turtii taasisaa turan. Adeemsa falmii mirga abbaa biyyuummaa ABO n durfamuu kana keessatti bu’aa bayii hedduu waliin dabarsaa kan turan, bakka rakkoon walii isaanirra gahe irraatti maallaqaniis qaamanis wal tumsaa turuun walirraa faca’iinsa Oromiyaa keessaa sababa dalagaa hojiif akkasuma xumura barnootaa kaawwaniif qophii gaggeessaa waliin taasisanii jiran. Continue reading

Godina Lixa Shaggar,Magaalaa Amboo Keessatti FXG Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

Aside

Itti fufaWaxabajjii 23/2017) Gidduugaleessa Oromıyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Guyyaa Har’as Itt Fufuun Goototni Qeerroon barattootni fi Dargaggoonni Oromoo Magaalaa Amboo Sochii Warraaqsaa FXG jabeessuun hidhaan, ajjeechaa fi dararaan kamuu qabsoo falmaa mirga abbaa biyyummaa keenyaaf goonu irraa hanga gaaffiin mirga abbaa biyyuummaa deebii argatuutti Sochii mormii gita bittaa abbaa irree wayyaaneef qabnu irraa hin dhaabbatnu jechuun Sagalee Mormii jabaa dhageesisuun waraana wayyaanee dura dhaabbatan. Continue reading

Qophii Sirna Baniinssa Oromia News Network M/Minyapolisitti July 8/2017tti gad-geffamuuf jiraatu irratti hundi kessan afeeramtanii jirtu. Koree tumsa Ummataa Oromia News Network.

Aside

Waamicha Hawaasaa Oroomoo Waashingitoonii fi Nannoo Jiraataniif Eebba Kitaaba Afaan Oromoo – “GAAF-TOKKO”

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 23, 2017

Aside

#FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture

Aside

#FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture toftaa isa jijjiiruun guyyaa 16/10/2009 Jimaata har’a sa’a 10:00 irratti # mana kuusaa irishaa sebil foddaa isa caccabee jira, # selam Bus tokko hojii ala gochuuf federal police fi Oromiya police irratti Dhakaan midhaan irra ga’ee jira # benizil jarkana dhan qopha’ee ture.

Continue reading