#FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture

#FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture toftaa isa jijjiiruun guyyaa 16/10/2009 Jimaata har’a sa’a 10:00 irratti # mana kuusaa irishaa sebil foddaa isa caccabee jira, # selam Bus tokko hojii ala gochuuf federal police fi Oromiya police irratti Dhakaan midhaan irra ga’ee jira # benizil jarkana dhan qopha’ee ture.

Xiqqoof selem bus jala Agzin ba’ee. Toftaa addaa ture. Agzin dhuma qormaataa guyyaa har’a yeroo sa’a 4:30 irratti mormiin ka’uu mala jedhanii egaani turani.garuu tarkanfii chii eega Agzin galtee turee booda irranfachiisuun ture. Bakkii tarkanfiin itti fudhatame perperatory Ambo irra hanga mana murtii godinaa bara 2016 gubatee ture.Gommaan konkoolaataa benizilan asphaltii irratti gubachuu calqabee ture. Via Dhábasá Wakjira Gemelal

1 thought on “#FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture

  1. Pingback: #FalmaaOromoo-Ambootti mormiin akka dallaatti ijaarmee Agzin guyyoottan lamaan darbe ittifamaaa ture – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s