SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Qophii Bitootessa 31, 2017

Aside

Xiyyeeffatnaa “Sab-Boonummaa” Qophii Maree Torbee.

Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Ashmiira jedhamtu keessaa waraanni TPLF maqaa komaand poostiin dargaggoota bifa haarawaan qabaa jiraachuu Qeeroon gabaase.

Aside

Bitootessa 31,2015/ Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Ashmiira jedhamtu keessaa dargaggoota bifa haarawaan adamsanii hidhatti guuraa jiru, Guyyaa har’aa jimaata dargaggoota Oromoo humni kumaandi poostitiin daandirraa qabamuun konkolaataa piikaappii poolisii Oromiyaatiin fe’anii kan deemaniin yoo ta’uu yeroo ammaa bakki isaan itti hidhamanii fi sababni qabamaniifis hin beekkamne dargaggoonni hidhamanis maqaan isaanii kan armaan gadii kana, Continue reading

Seife Nebelbal Radio fi Simbirtuu, – Bitootessa 31, 2017,

Aside

Continue reading