Bitootessa 31,2015/ Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Ashmiira jedhamtu keessaa dargaggoota bifa haarawaan adamsanii hidhatti guuraa jiru, Guyyaa har’aa jimaata dargaggoota Oromoo humni kumaandi poostitiin daandirraa qabamuun konkolaataa piikaappii poolisii Oromiyaatiin fe’anii kan deemaniin yoo ta’uu yeroo ammaa bakki isaan itti hidhamanii fi sababni qabamaniifis hin beekkamne dargaggoonni hidhamanis maqaan isaanii kan armaan gadii kana,
- Muhaammad Aliyyii,
- Seeyfaddiin H/ Muhiddiin,
- Abdii Jamaal,
- Turee Ahmad,
Amiin H/ Abdallaa, - Ismaa’il Awwaloo,
- Hamzaa Xaahir,
- Muhiddiin H/ Siraaj fi Abduljabbaar Muhaammad kanneen jedhaman keessatti argamu.
Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (March) | OromianEconomist
Pingback: Oromia: #OromoProtests:#OromoRevolution: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2017 (March) | OromianEconomist