Hasan Alii, Almaaz Makkoo, Dr. Nagaasoo Gidaadaa, Junaddii Saaddoo, Abbaa Duulaa Gammadaa, Bakar Shaalee, Lammaa Magarsaa …. Abaate Kishoo, Yaaragaal Ayishashum…fi …. Xumura Isaanii!
Baarentuu Gadaa Irraa

Biyyaa fi saba kam keessattuu, dhaabooleen siyaasa walii masaanuu ta’anii fi anatu caala, anatu caala waliin jechuun waliin atakaran ni jiru. Yaadoota adda addaarrattis wal mormuu danda’u; bakka walii galanitti walii galanii, bakka walii hin galletti ammoo garaagarummaa isaanii tikfatanii jiraatu. Biyyoota hedduu keessattis jiraachaa jiru.
Keessumaa biyyoota lixaa hedduu keessatti kun aadaa ta’eera. Continue reading
