Godina Harargee Bahaa Aanaa Haramaayaa Keessatti Daa’imman Saantima argattan baankitti qusadhaa jechuun dirqisiifamaa jiru.

Waxabajjii14/2017, Godina Harargee Bahaa Aanaa Haramaayaa Keessatti Daa’imman Saantima argattan baankitti qusadhaa jechuun dirqisiifamaa jiru.Wayyaaneen kisaaraa diingdee isii mudate jalaa bahuuf Ummata Oromoo xiqqaaf guddaa osoo hin jenne saamaa jiraachuun kan beekamuudha.Magaalaa Haromaayaa fi gandoota magaalichaa hunda keessatti Daa’imman walitti qabamuun akka maallaqa guyyarraa argatan baankii daldala Itoophiyaatti qusatan taasifamaa jiraachuu maddeen keenya Haramaayaa irraa nuuf gabaasanii jiru

One response

  1. Pingback: Godina Harargee Bahaa Aanaa Haramaayaa Keessatti Daa’imman Saantima argattan baankitti qusadhaa jechuun dirqisiifamaa jiru. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: