Loltooti Wayyaanee TPLF Godina Lixa Shaggar Magaalota Gara Garaa Keessatti Ummata Jeeqaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase. Aside Waxabajjii 10,2017, Godina Shaggar lixaa aanaa Ginda_barat,magaalaa Ginda baratii fi magaalaa Kaachisitti loltooti sirna Β Wayyaleenee uummata dararuu itti fufaa jiraachuu Qeerroo Gindabarat fi kaachisa gabaasan,erga baatii lamaa hanga amma galgaala galgaala yeroo Mara sa’a lamaa booda namni kamuu dandiirra deemuu akka hin dandeenye fi reebichi hamaa ilma namaaf hin barbaachifne akka uummata irratti raawwatamaa jiru gabaasi Qeerroon ni addeessa. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...