Simbirtuu 04 06 2017 – Tartiibaa Qubee – Beekan fi Yazew Aside Simbirtuu: sirni barnoota afaan Oromoo jijjiirameera kan jedhan biiroon barnootaafi DhRTVO maalirraa kaániitu? Dhuguma Afaan Oromoof dhimmaniituu?Beekan Gulummaafi Yaazoo Kabbabaa dhuguma keeessaa jiruu? duubaan shirri jiraa? Amma maaf gad-baasani? kkf irrratti deebiíi Beekaniifi Yaazoo kunooti. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Culluxxoo Siyyaasaa! Aside Dachaasaa Deebisaatiin Baroota dheeraaf qabsoo abboonni keenya itti wareegamaa as gahan harkaatti galfachuun gartuun eegamtuu wayyaanee OPDOn sagaleen haalaakaa turun waanuma baratame. Baroota 90 keessa afaan marartoon sagalee ciratanii, haaromsaan of suphuuf maggaaluun bultii waggoota muraasaa itti tajaajilamaa turan. Kanumatti dabaluunis dhaaba uummatichaa ABO irratti duula jibbiinsaaf summii diinummaa biifuuf ‘documentary’ dhoqqee cubbuun faalame dalagatanii isaaniis halkan muraasa bulanii jiran. Akkasuma gartuu hiyyumaan gadadamu walitti coruun akka waan WBO barbadeessaniitti miidiyaa isaanii midiyaa dhugaa faana laga gamaaf gamanaan dhaadataa turuun OPDO eenyu dura kan dhokate miti. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...