Koreen Tumsa Qeerroo Bilisummaa Asutralia marii Hawaasa Oromoo magaalaa Meelboorni, Awustraaliyaa Waliin Gaggeeffate Aside Koreen Tumsa Qeerroo Bilisummaa Viiktooriyaa (KTQBV) marii hawaasa Oromoo magaalaa Meelboorni, Awustraaliyaa waliin gaafa Caamsaa 28/2017 gaggeeffate. Kanatti aansuudhaan seena Qeerroo Bilisummaa Oromoo bal’inaan hirmmaattotaaf ibsameera. Ibsa seenaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo keessatti yoomi jalqabe akka hundaa’ee fi gadameessa ABO keessatti umamuun isaa ibsamee jira. Kanatti aansuudhaan seena Qeerroo Bilisummaa Oromoo bal’inaan hirmmaattotaaf ibsameera. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...