Daily Archives: February 8, 2017
Hagam yabbatus, baalli biqilaatti ulfaatee hundee hin raasu!
Aside
Jiituu Gadaatiin
Yeroo garaagaraatti wantootni qabsoo oromootti gufuu ta’an bara dhufaa darbaa biqilanis, qabsoo oromoo hundeen buqqisanii balleessuu hin dandeenye. Firaa fi halagaan, osoo beekaniis ta’e osoo hin beekin, yeroo hedduutti wantoota qabsoo Oromoo quucarsan hojjetanis, har’a qabsoon saba nagaa Oromoo mata duree addunyaa erga ta’ee bubbuleera. Mootoleen habashaa yeroo garaagaraatti qabsoo Oromoo manii hanqisuurra darbee uummaticha lafarraa duguuganii fixuuf wanti isaan hin yaalle hin jiru. Keessumaa godaannisa hunda keenyaa kan ta’e dhumaatiin calanqoo fi aannolee kanaaf ragaa guddaadha. Ajjechaan ilmaan Oromoo irratti raawwatamu akka qabsoo oromoo ajjeesuu hin dandeenye garuu har’as mootoleen habashaa hin hubatin jiru. Har’as afaan oromootaa qabuuf afaan qawween balbala keenya irra kan ijaajju, diinni Oromoo qabsoo ukkaamsuuf ajjeechaatti amana.
Oromiyaa Keessatti Gatiin Bittaa Zayita Nyaataa Haalaan Dabaluu Irraan Ummati Rakkachaa Jira.
Aside

Keessumaa yeroo ammaa goleewwan oromiyaa keessaa mootummaan Wayyaanee Zayita nyaataa cirumaan dhiyeessuu waan dideef uummanni akka malee rakkachaa jiraachuun gabaafame.
Rakkoon kun guutummaa Oromiyaa keessatti bakka wal fakkaataatti raawwatamaa jiraachuun himame. Hanga ammaattis zayita nyaataa tuubboo abbaa 3 tokko hanga qarshii 160 bitnee fayyadamaa jirra jechuun uummanni golee Oromiyaa keessaa iyyataa jiran. Continue reading
Untold Story Behind Ethiopian State of Emergency Declaration
Aside
By: Dejene Abdissa
03 February, 2017; Bonn-Germany
When is the Ethiopian Government Empowered to Declare a State of Emergency under the Constitution?!?!
The Ethiopian government is empowered to declare a state of emergency under the constitution, “should an external invasion, a breakdown of law and order which endangers the Constitutional order and which cannot be controlled by the regular law enforcement agencies and personnel, a natural disaster, or an epidemic occur (Constitution of the Federal Democratic Republic of Ethiopia; Article 93: Emergency Proclamation).
The unrest in the central Oromia dates back to November 2014/15, when demonstrators opposed a government plan to expand the boundaries of Addis Ababa into the Oromia regional state. Farmers were particularly upset, worrying that they would lose their farms in the government’s notorious “land grab” policy. Those protests have claimed the lives of hundreds of people and still counting (Gebre-Selassie, 2016). In July 2016, another wave of protests began in the Amhara region when the government arrested members of the Welkait Committee, who were demanding the reversal of a 1991 decision by the ruling party to annex three districts of the Amhara region into the Tigray regional state. The inhabitants of these districts identify as ethnic Amhara and want to be reintegrated into the Amhara regional state, of which they have been a part for centuries; nothing more, nothing less. As a consequence, the Oromo and Amhara ethnic groups – who together constitute close to 70% of the total population – are deeply resentful about playing second fiddle. Naturally, this has been a deep source of political disaffection for vast numbers of the members of these communities. Continue reading