MAQAA HIN TA’U GARAANI!

Aside

“Barcumni har’a irra teesse
yoo kabajaa sitti horte
gumaan qeerroo si hin hanqattu
otuu samii gubbaayyuu korte”

 

Godina Arsii Magaalota Dodolaa fi Shaashamannee Keessatti Waraanni Wayyaanee Ummata Nagaa Dararaa Jira.

Aside

Gurraandhala 11,2017/ Godina Arsii Magaalota Dodolaa fi Shaashamannee keessatti waraanni Wayyaanee ummara dararaa guddaa irraan gahaa jiraachuun dhagahame,Daandilee Afran Shaashamannee seensisan hundaarratti imaltoota konkolaataa keessaa duuchanii sakkatta’uun cimee itti fufuun ummanni yeroon bahee akka yeroon manatti hin deebine gidhamaa jira, magaalli Dodolaatis bifuma kanaan dararaa ummataa keessummeessaa jiraachuu maddeen keenya gabaasaniiru.

“Gabrummaa Didde Ijoolleen” Wallee Warraaqsaa Artist Tufa Wadajo (Sanyii Taaddee) 2017

Aside

Seife Nebelbal Radio fi Qophii Qanqee Show Gaafi fi deebi Art. Saliha Sami waliin Gur 9 fi 10, 2017

Aside

Continue reading

OPHII KAAYYOO Guraandhala 8, 2017 Marii bakka bu’oota waldaa dargaggootaa Oromoo biyyaa alaa jiran Biqiltuu DC fi Egeree Atlanta waliin godhame.

Aside

ONN: “Ethiopian History” ESAT’s Way – Distortions and delusions of homeless Politicians – part 2

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo (SQ) Gur 10, 2017

Aside

Holistic approach is the essential part of healing the patient

Aside

By Dr.Baaroo Keno Deressa

baroIn medical terminology holistic is a form of healing that considers the whole person body, mind, spirit, and emotions in the quest for optimal health and wellness.A holistic view means that we are interested in engaging and developing the whole person. You can think of this as different levels, physical, emotional, mental and spiritual. It’s the concept that the human being is multi-dimensional. We have conscious and unconscious aspects, rational and irrational aspects. We are a body mind. not just intellect, but emotion, instinct, intuition, as well. We support people in using all of their ‘multiple intelligence’ that means insight, rationality, logic, emotion, hunches, gut feel, creativity, a sense of harmony and rhythm.

Why did i choose this topic?

To determine the prognosis of the patient. The prognosis is a prediction of the course, duration and outcome of a disease based on the pathogenesis of the disease and the presence of risk factors for the disease. It is established after the diagnosis is made and before the treatment plan is established.

Oromo people and his vanguard organization OLF are preaching peace, love, respect, tolerance and unity with dignity for more than a century. as people and for more than 40 years as an organization. Currently thousands of so called intellectual analysts and activists of Ethiopian empire (worst colonizers) and disoriented Oromo Ethiopianist try to teach Oromo people and his vanguard organization OLF about peace, love, respect, tolerance and unity. Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Gur 9, 2017

Aside

KORMI SAREE OFII SEERA TUMEE OFII DHAGAA ARRAABA!

Aside

JIITUU GADAATIIN

dami-doollooWayyaaneen bara dhufaa darbaa ilmaan Oromoo doorsisuuf, qabsoo oromoo gara dabarsuufis ta’e bara taayitaa ishee dheereffattee barcuma ittiin kirkiraa jiru cabee badduu ba’uu oolchuuf takkaa qajeelfama, takkammoo seera, takka takkas labsii jechuun as bahaa har’a geessee jirti. Bara bulmaatashee tursachuuf yeroo itti seerota wal faallessan baastu illee argaa, dhagahaa har’a geenye. Bara 2006 uummanni guutuu biyyattii filannoo biyyaaalessaa bara sana ture irratti bahee mootummaa garboomfattuu wayyaanee akka hin barbaanne mul’ise. Bara sana guutummaan biyyattii raafama keessa seente. Continue reading