SBO Gurraandhala 19,2017. Oduu, Qophii haala yeroo irratti qindaa’ee fi weerara liyyuu poolis Kibba Oromiyaatti banee jiru irratti gaaffii fi deebii jiraataa Godina Gujii Obbo Dhaddacha Duubaa waliin taasifame Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/02/19022017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SABBOONUMMAAN JECHA MOO GOCHAA? Aside JIITUU GADAATIIN Sabboonummaan akkamittiin akka ibsamu beekuun dura sabboonummaan maal akka ta’e beekuutu dursa. Sabboonummaan of beekuun booda waan dhuftu. Osoo eenyummaa ofii hin beekin sabaan boonun hin danda’amu. Seenaa, seera, duudhaa fi aadaa ofii erga beekaniin booda kabajuudha. Hiika eenyummaa erga beekaniin booda miira nama keessatti uumamudha. Sabboonummaan jechoota qindaawanii tarreeffamaniin kan ibsamu miti. Osoo akkas ta’ee namootni addunyaa kanarraa martuu sabboontota ta’u turani. Gantuun saba keessaatti dhalattee , saba ofii gurgurtu hin jiraattu turte. Har’a namootni hedduun qabsaawaa/qabsooftuu, kutataaa/kutattuu, sabboonaa/sabboontuu jechuun wal leellisan hedduu agarra. Tarii namoota hiika oromummaa illee sirnaan hin beekne jechoota afaan isaanii keessaa akka dammaa mi’aawee bahuun muudamni sabboonummaa kennamuufii mala. Sabboonmmaan gar dirree hawaasummaa kanneen akka facebook irratti jechoota babbareedanii barreeffamaniin illee kan ibsamu miti. Namoota osoo oromoo hin ta’in sababa afaan Oromoo qofa beekaniif dirree hawaasummaa irratti maqaa oromootiin daldalan hedduutu jiru. Yeroon akkas jedhu sabboontonni dirree hawaasummaa irratti namoota hin qunnaman jechuu koo miti. Sabboontonni illee marsaalee hawaasaatiin ergaa isaaniii ni dabarfatu. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo (SQ) Guraandhala 17, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
FXG Oromiyaa Bakkoota Gara Garaatti Akka Itti Fufetti Jira. Aside Gurraandala 17,2017 Guraandhala 11 irraa kaasee hanga har’aa Finfinne kutaalee magaalaa adda addaa keessatti waraqaan warraaqsaa bittimfamaa jiraachuu Qeerroon gabaasee jira. Boolee bakka addaa Wara Gannuu jedhamee waamamutti waraqaan afaan amaaraan barreeffame waamicha uummata jiraattota naanoo FF kakaasu bittimfamee jira. Waraqaan kunis muraasni fuula kana irratti kan hidhamee jiruudha. Guyyaa lama dura gabaasa godina kibba lixa Shaggar irraa nu qaqqabeen sakatta’iinsi mana namoota hedduu irratti raawwata jiruun abbootin maatii sadii humna diinaan ukkaamfamanii halkan bakka buuteen isaanii kan dhabaman 1. Obbo Tamasgeen Oomaa 2. Saxxee Seeqaa 3. Dachaasaa Toffee fi 4. Tasfaayee Caalaa kan jedhaman Sakatta’iinsa tasa uumameen qabamuu isaanii Qeeroon magaalichaagabaasee jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Gurraandhala 17 bara 2017. ODUU, Haala Yeroo Irratti Ibsa Qeerroo Bilisummaa fi Gaaffii fi deebii Miseensa Gumii Sabaa ABO Jaal Oromiyaa Gadaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/02/17022017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Gurraandhala 15, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Dr, Qadiidaa Show- Qabsoo Keessatti Qooda Dubartoota Oromoo Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Fayyisaa Leellisaa warra isaattiin yeroo wal argu Aside QOPHII KAAYYOO (LIVE) FEB 13 Discussion on -political situation in Ethiopia and Horn of Africa Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Maqaaa Haaromasa Gadi Fagoo Jedhuun Bu’urri Mishooma Ammaan Duraa Hin Taane,Haaraa Eegalla Kanaaf Ummanni Maallaqa Walitti Buusuu Qabdu Jechuun Dabballoonni Wayyaanee Ammas Deddebi’anii Ummata Oromoo Goyyomsaa Jiraachuun Beekame. Aside Gurraandhala 15,2017 Maqaa haaromsa gadi fageenyaa jedhuun tooftaa haaraa Wayyaanen TPLF baafatteen guyyoottan darban qondaaloti OPDO kan ergama TPLFn ummata Oromoo keessa bobba’anii jiran ololaa fi goyyomsa haarawaan daldala biro jalqabanii jiru. Ammaan Godina Arsii Itayyaa kaasee hanga Seeruutti daandii aspaaltii isinii goona jechuun Pireezidaantiin duraanii Muktaar Kadiir dhagaa bu’uuraa erga kaayee osoo dhagaan tokko achii hin ka’in har’a waggaa Sadih (3)guuteera, kanaan dura sababa kanaan ummatarraa maallaqa miiliyoonan ummata irraa funaanaa turan, ammas marraa biraa ummata irra deemanii mishoomi ammaan duraa fi dhagaa bu’uuraa Kanaan dura wagga 20 oliif kaayaa turre waan hin milkoofneef haaraatti maallaqa buusaatii dhagaa bu’uuraa biraa haa keenyu jechuun ummata Oromoo goyyomsaa jiraachuun beekame. Jidduu kana kaabinoonni OPDO Oromiyaa keessa faca’anii haaromsa gadi fageenyaa goona jedhchuun ummata bifa haaraan goyyomsaa akka jiran beekamaa dha. Haala kanaa addatti godina Arsii Hurutaafi Arsii Addeellee keessatti horii boosaa jechuun ciminaan saamicha gaggeessaa akka jiran beekame. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...