3-Day Minnesota-State-Capitol #OromoProtests Solidarity Hunger-Strike Ends Successfully at the Passing of Minnesota House Resolution Condemning the Ethiopian Govt’s Violence on Oromo Students

(May 12, 2014) – The three-day hunger-strike, which was held by Oromos and friends of the Oromo in front of the Minnesota State Capitol in solidarity with #OromoProtests and to seek justice for Oromo students and civilians massacred by the TPLF Ethiopian regime in April 2014, successfully ended earlier today with the issuance of the Minnesota House Resolution condemning the April 2014 massacres in Oromia and urging the U.S. Federal Government (which has the authority to interact with foreign governments per the U.S. Constitution) to “pressure on the Ethiopian authorities to respect human rights and democratic process.”

For photos from the hunger-strike, click here.

According to sources, the organizers of the #OromoProtests Solidarity Hunger-Strike plan to stage similar protests at locations to be announced at a later date to bring to the International Community’s attention the violence being perpetrated by the TPLF Ethiopian government against unarmed Oromo students and civilians, who continue to use their Universal Human Rights and Constitutional Rights to nonviolently protest against the Addis Ababa Master Plan. The Addis Ababa Master Plan is a plan to break up Oromiyaa into two, and dispossess Oromo farmers in Central Oromiyaa of their farmlands under the disguise of “development.”

The Resolution was undersigned by the following Members of the Minnesota House of Representatives:

– Representative Paul Thissen (DFL) District: 61B (Speaker, Minnesota House of Representatives)
– Representative Erin Murphy (DFL) District: 64A (Chair, Rules and Legislative Administration)
– Representative Phyllis Kahn (DFL) District: 60B (State Representative)
– Representative Karen Clark (DFL) District: 62A (State Representative)
– Representative Frank Hornstein (DFL) District: 61A (State Representative)
– Representative Diane Loeffler (DFL) District: 60A (State Representative)

Below is the Minnesota House Resolution, which supported the Oromo community in Minnesota and condemned the violence on Oromo students and civilians in Oromia.

MNHouseResolutionOromoprotests2014

DiddaaCaamsaa 12,2014 FDG jabaatee itti fufuun har’a Wallagga magaalaa Innaangoo jedhamu keessatti jabaatee itti fufee jira,Haala kanaan mootummaan Wayyaanee gaaffii mirgaa uumata Oromoo kana dhaamsuuf jecha meeshaa waraanaa fayyadamuun uumata irratti dhukaasaa jiraachuun beekame.Hanga ammaa uummati hammam akka miidhame hin beekamiin jira.

Loltooti Federaalaa magaalaa Gimbii irraa humna dabalataa gama sanatti akka deemaa jiran gabaasi Qeerroo Network ciccitaan nu dhaqabe addeessa.

Gabaasa dabalataaf ni dhiheessina.

 

Camsaa 12, 2014 FDG Mootummaan abbaa irree faashistii Wayyaanee barattoota Oromoo ukkamsuu itti fufee jira. Haaluma kanaan Barattootni Oromoo 6 koolleejjii barsiisota Jimmaa irraan humna tikaa Wayyaaneetiin ukkanfamanii qabamanii waajjira poolisii godina jimmatti hidhamanii dararamaa jiru. Barattoota Oromoo koolleejjii barsiisota Jimmaa irraa guyyaa kaleessaa konkolaataa dabballoota tikaa Wayyaaneen ukkanfaman qabaman keessaa:-

1ffaa Barataa Guddisaa Cimdeessaa mummee barnoota Civics waggaa 2ffaa. akka malee reebichaan dararamaa jira.

2ffaa Barattuu Jirraanuus badhaasaa mummee sportii Waggaa 2ffaa, barattuu dubaraa reebichaan dararamaa jirtudha.

3ffaa. Barataa Seefuu Hayilee Mummee Geography waggaa 2ffaa

4ffaa Barataa Asaffaa Dhugumaa mummee chemistry waggaa 2ffaa

5ffaa Barataa Umar Roobaa mummee Geography waggaa 2ffaa

6ffaa Barataa Zallaqaa Asiiraasi mummee chemistry waggaa 2ffaa kanneen jedhaman badii tokko malee humnoota tikaa fi pooliisiin qabamani wajjiraa Poolisii godina Jimmaatti Hidhamani dararama jiru.

Duullii Hidhaa kun erga guyyaa kaleessa Jillii ergama Wayyaanee baatee deemuu, koree tasgabbeessituu Mootummaa gidduu galeessa irraa bobbafamne ofiin jedhee ilmaan Oromoo hidhatti guursisaa jiru, kan nama Abdul Qaadirjedhamuun durfamu guyyaa kaleessa ergama diinummaa isaa lallabuuf gootota barattoota Yuunibarsiitii Jimmaa gidduutti argamuun olola ofuuf isa akeekkatu, gaaffiin barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa lafa isa ilaalchisee qaanii fi Salphina guddaan of irra deebi’ee jira, Goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa tokkummaa isaanii jabeeffachuun gaaffii keenyaaf deebii qubsaa barbaadna, ilmaan Oromoo sabaaba gaaffii karaa nagaa gaafanneef Ajjeefamaniif itti gaafatamta, kannee hidhaa keessa jiran hiikamuu qabu, nuti Hirmii waliin dubbachuu hin dandeenyu, ammaas FDG itti fufa, yoo nu fixxan nu fixaa malee, sodaa keessan afaan qabannee dhugaa falmachuu irra duubatti hin deebinuu jechuun ifatti ejjennoo isanii ibsachuun qaanessaniiru, kana irraa ka’uun barattoota koolleejjii barsiisota Jimmaa biras yoo deemne kanumatu nu mudachuu danda’a waan ta’eef ijoollee Oromoo nu rakkisaa jirtu qaba hidhaa jechuun labsii diinummaa ijoollee Oromoo irratti labsaa jiru

Gama biraan tikoonni mootummaa Wayyaanee barattoota Habashaa qindeessuun mooraa Yuuniverstii Jimmaa keessatti akka balaa dhaqabsiisanii barattoota Oromootti qabataniif meeshaa waraanaa hidhachiisee osoo Mooraa Yuuniversitichaa seenuuf jedhanii waariyyoota mooraan qabamanii akka saaxilamanii jiran qeerroon naannicha irraa gabaasa.

Kana Malees sabboontootni barattootni Oromoo dhabbilee Barnoota Ol aanoo irraa Ukkanfamanii eessa buuteen dhabama jira haala kanaan Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii harammayyaa irraa ukkanfamanii humnota loltuu fi tikaa Wayyaaneen qabamanii hedhaman eessa buteen isaanitu kan hin beekamnee

1ffaa Barataa Alamaayyoo Gonfaa

2ffaa Barataa Nimoonaa Caalii kan keessatti argaman Yuunibarsiitii Harammayyaa irra qabamanii hanga amma eessatti hidhqamuun isaanii hin beekamne!!

#OromoProtests Solidarity Hunger-Strikers Hold a Mock Funeral in Front of the Minnesotan State Capitol for Slain Oromo Students and Civilians in Oromia

minnesota_hunger_strike_funeral_ceremony4

Photo – Mother’s Day in Little Oromia (Minnesota): An Oromo mother in Little Oromia weeps over the sample coffin during the Mock Funeral held in front of the Minnesotan State Capitol by the #OromoProtests Solidarity Hunger-Strikers for the Oromo students and civilians massacred by the TPLF Ethiopian regime. (Photo Date: May 11, 2014)

May 11, 2014 (Gadaa) – #OromoProtests Solidarity Hunger-Strikers at the Minnesota State Capitol held a mock funeral to honor and remember the more than 50 unarmed Oromo students and civilians murdered by the TPLF Ethiopian regime in April 2014 while peacefully rallying against the implementation of the Addis Ababa Master Plan and for the institutionalization of the special interests of Oromiyaa over Finfinnee. The hunger-strike has been held since Friday evening (May 9, 2014) and is expected to last tonight (May 11, 2014).

The sample coffins for the slain Oromo students and civilians were draped with the Oromo struggle (or Oromummaa) flag.

Among those killed by the TPLF Agazi Federal Military-Police include:

– Ababa Kumsa – Wallega
– Abdi Kamal – Guder Junior Secondary School
– Abdisa Nagasa – Wallega
– Endale Desalegn (or Temesgen) – Ambo High School
– Falmata Bayecha – Jimma 5th yr Medicine
– Galana Adaba – Jimma 3rd yr Governance
– Getachew Daraje – Jimma 3rd yr Governence
– Getahun Jirata – Guder Junior Secondary School
– Gexe Tafari – Wallega
– Gurmu Damxoo – Guder Junior Secondary School
– Hussen Umar – Jimma
– Israel Habtamu – Jimma
– Kumala Guddisa – Guder Junior Secondary School
– Tadesse Gashee – Ambo Liban Macha Junior Secondary School
– Tashome Dawit – Wallega
– Zabana Barasa – Jimma 3rd yr Governance (or Oromo Folklore)

May they rest in peace.

http://www.Gadaa.com

#OromoProtests