Seife Nebelbal Radio Program, Interviews Ogaden representative and Dr. Fiseha Eshetu Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wallagga Lixaa Ganda Yattii Bakka Deewweche Jedhamu Irraa Ummati Oromoo Dirqiin Qee’ee Irraa Buqifaman Aside Fulbaana 28,2012 Dambi Doolloo Gabaasaa Qellem,Ona Anfiillo irraa addeessuun akkuma amala isaa mootummaan Wayyaanee lafa uummanni aanichaa qotee irra jiraatu keessattu uummanni ganda Yattii qotee kan irra jiraatu bakka Deewwechee fi Wayyaa jedhamuu dabarsanii Invesiteraaf kennuudhaan uummata jiraataa 300 ol ta’anii fi baroota dheeraa qonnaa fi hormaata looniin irra jiraachaa kanneen turan irraa kaasaa akka jiran gabaasaan Qeerroo ganda Yattii addeessa. Akkasuma lafa qonnaa jalisii kan taee uummata irraa fuudhanii abbaa qabeenyaatti gurgurachaa akka jiran gabaasaan addeessa. Bifa gorsaatiin qabanii lafuma ishee qabdan xaaoo fudhaati seeraan itti gargaaramaa isayyuu xaaoo kan hin fudhanne yoo tae lafti isin qabdan martiyyuu isin irraa fuudhama, kanaaf lafa isin irraa fuudhame dhiisaatii isa qabdan waliif hiraa, biyya keenya misoomsina investii goonaa jedhanii uummata gowomsaa akka jiran gabaasan addeessa. Lafa qonnaa kanneen biroo ammoo bosona dhaabnaadhaan uummata irraa ariaa akka jiran beekama. Qeerroon kana irra dhaabatee uummata ofitti qabuudhaan diddaa isaanii akka cimsaniif uummata gorsaa fi qajeelina adda addaatiin cina dhaabbachaa aka jiru gabaasan jiru addeessa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Raadiyoo Simbirtuu Fulbaana 27,2012. Haala Yeroo Irraatti Jaal Odaa Xasee Waliin Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
TVOROMIYAA MAGAALAA TORONTO FUULBANA 23 2012 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...