Wallagga,Magaalaa Shaambuu Irraa Qeerroon waan jedhu Posted on September 8, 2012 by Qeerroo Reply Horroo2 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mootummaan Wayyaanee gaaffii mirgaa deebisuu irra hidhaa filatee dargaggoota Oromoo godina Iluu Abbaa Booraa aanaa baalchaa mana hidhaatti ukkaamse Aside Fulbaana 08,2012 Mootummaan wayyaanee araada ilmaan oromoo hidhuu fi hiraarsuu kan hin quufne,Gaaffii mirgaa deebisuu irra wayyaaneen hidhaa kan filatu gaaffii mirgaa dargaggootni Oromoo Godina Iluu abbaa booraa aanaa Bachoo bilisummaa barbaadna,Hojii dhabdummaan haa dhaabatu,Barannee maqaa siyaasaan hidhamuun haadhabbatu jechuun gaafatan ukkaamsuuf dargaggoota 15 mana hidhaatti ukkaamsee jira.Dargaggootni Oromoo hidhaman keessa 1. Dargaggoo Hillikkuu Darajjee 2. Dargaggoo Soorumaa Badhaanee 3. Dargaggoo Anuwaar Hasan Jedhaman keessatti argamu.Mootummaan Wayyaanee dargaggoota Oromoo hidhuun gaaffii mirgaa dura dhaabbachuuf yaalus yoomuu dhaabuu akka hin dandeenye dargaggootni naannoo kanaa lifa godhanii jiran.Haaluma wal fakkaatuun aanaa Mattuu keessaa dhimma amantii fakkeessuun ABO waliin hojjeta jechuun Obbo Ibraahim Abdu mana hidhaatti ukkaamsanii jiru.Mootummaan Wayyaanee kufaatii isaa jala tasgabbii dhabuun ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamsus diddaan Oromiyaa guutuu irraa muddaa jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroon godina Baalee aanaa Ginniir walitti dhufuun dhimma QBO irratti marii’atan.QBO galmaan geessisuuf adda durummaan akka hojjetan ejjennoo fudhatan. Aside Fulbaana 08,2012 Ginniir Godina Baalee aanaa Ginniir keessatti dargaggootni Oromoo walitti dhufuun dhimma qabsoo irratti marii jabaa taasisan.Ilmaan Oromoo Baalee keessatti QBOf wareegama qaqqaalii kaffalaa turuun isaanii fi itti jiraachuu yaadachuun akeeka Qabsaaota Oromoo galmaan geessisuuf wareegama barbaachisaa dargaggootni kaffaluu qabu jechuun marii gaggeessanii jiran.Dargaggootni aanaa kanaa ganda gandaa walitti qabamuun marii erga godhanii booda ibsa ejjennoo armaan gadii baafatanii jiru.Ibsawwan ejjennoo kun 1. Wareegama barbaachisaa kaffaluun gaaffii mirgaa gaafachuu irraa duuba hin deebinu 2. Seenaa gootota keenyaa Bilisummaa ilmaan oromoof wareegaman yaadachaa akeeka isaanii galmaan ni geenya 3. Oromiyaa mara keessatti sochii qeerroon itti jiru ni barsiifna 4. Humnaan,Dinagdeen,Beekumsaan QBO ni tumsina 5. Miseensota OPDO barsiisuu fi hubachiisuun ofitti dabaluun qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan ni geenya 6. Saaminsa lafaa,albuudaa kan mootummaa garboomfataan raawwatamaa jiru dura ni dhaabbanna 7. QBO dirqama oromummaa tahe haala kam keessattuu ni baana 8. Hanga QBO galmaan gahutti wareegama barbaachisaa kaffallee waadaa ni tikfanna kanneen jedhan yoommuu tahu Qotee bulaa,daldalaa,Hojjettoota mara hammachuun gaaffii mirgaaf deebii argachuuf kutannaan akka hojjetan murtii irra gahanii jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Raadiyoo Seife Nebelbal Fulbaana 07,2012 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Raadiyoo Simbiruu Fulbaana 06,2012 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...