SBO: Caamsaa 20 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan.

Aside

SQ-SAGALEE QEERROO : CAAMSAA 18,2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Caamsaa 18/2018

Aside

SBO  Continue reading

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Caamsaa 18/2018

Aside

SBO: Caamsaa 18, 2018. Oduu fi Guutummaa Qophii Keenyaa Kan Ta’e Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Miseens a Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbii Himaa Dhaabaa kan Ta’an Jaal Toleeraa Adabaa Waliin Taasifame Kutaa Xumuraa.

Aside

Ummanni Oromoo Jijjirraa Bu’uuraa Barbaada. Jijjirraa Kabeebsaa Baroota Dhibbaa Oliif Hifatee Jira.

Aside

አጠቃላይ የኢትዮጵያ ሰራዊት መዋቅር

1. የመከላከያ ኢታማጆር ሹም ፕ/ር ሜ/ጀ ሳሞራ የኑስ (ትግሬ)
2. የመከላከያ ኢንዶክትሪኔሽን ዋና ዳይሬክተር ብ/ጀ ገ/ኪዳን ገ/ማሪያም(ትግሬ)
3. የመከላከያ ፋይናንስ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮ/ል ፍፁም ገ/እግዚአብሄር(ትግሬ)
4. የመከላከያ በጀትና ፕሮገራም ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮ/ል ምቡዝ አብርሃ(ትግሬ)
5. የመከላከያ የኪነ-ጥበባት ስራወች ሀላፊ ኮ/ል ክብሮም ገ/ እግዚአብሄር(ትግሬ)
6. የመከላከያ መገናኛና ኢንፎርሜሽን የግንኙነት መምሪያ ሀላፊ ኮ/ል ነጋሲ ትኩ(ትግሬ)
7. የመከላከያ ኦዲት ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮ/ል ገ/ትንሳይ ሃጎስ(ትግሬ)
8. የመከላከያ ትምህርትና ስልጠና መምሪያ ዋና አዛዥ ሌ/ጀ ሳህረ መኮንን(ትግሬ)
9. የመከላከያ ሎጅስቲክ መምሪያ ዋና አዛዥ ሜ/ጀ ኢብራሂም አብደል ጀሊድ(ትግሬ)
10. የመከላከያ ኢንዱስትሪ ሃላፊ ሜ/ጀ ክንፈ ዳኛዉ(ትግሬ)
11. የመከላከያ ዩኒቨርሲቲ ኮማንደንት ብ/ጀ ሃለፎም እጅጉ (ትግሬ) Continue reading

Rakkoo Uummataa Sadarkaa Yaadaa Qofatti Dubbatanii  Darbuun Furmaataf Nageenya Biyyatti Kan Eegsisu Miti

Aside

Rakkoo Uummataa Sadarkaa Yaadaa Qofatti Dubbatanii  Darbuun Furmaataf Nageenya Biyyatti Kan Eegsisu Miti

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Caamsaa 16,2018

Finfinnee Oromiyaa

Saamichaan akkasuma sarbaminsa mirga uumaamaan qabnuuf Heeraaf seerri biyyattii mirgoota nuuf kennu molqamuun akka lammii lammaaffatti biyya impaayera Xoophiyaa keessa jiraachaa waggoota hedduu dabarsine. Sarbaminsa mirgoota uumamaaf heeraaf seera biyyattiin arganne deeffachuuf qabsoon Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO dhaan durfamee biyyattii keessatti uummata isaa of duuka hiriirsee gochaa tureen, falmaa abbaa biyyummaatti dabaluun falma mirga namoomaaf wareegamni qaaliin kaffalame.

Wareegama nuti Qeerroon Bilisummaa baroota dheeraaf kafalleen yeroo ammaa qaama gamaa gamanaa bu’aa siyaasaaf jecha akka injifannoo mataa isaa fakkeessee itti dhimma bahuuf olii gadi kaatu argaas dhagahaas jirra. Waggoota darban keessa haalleen akkasii osoo arguu tokkummaa Oromoof jecha Qeerroon Bilisummaa hanga sararaa diimaa bira gahamutti usee irra darbaa ture. Haata’uutii haalli yeroo ammaa ummanni keenya keessa jiru kan durii irra hammaataa fi saamichii fi cunqursaan bifa haaraa fi tooftaa jijjirrateen diriiraa jira.

Wayyaaneen ummata Oromoo saamuu irratti baroota dheeraa umurii dabarsan har’as dhaalota ilmaan isaanii kan duubaan guddifatan hedduutti dabarsanii kennaa jiru. Oromoof muudama, Habashaaf aangoo fi diinagdee jecha jedhuun caasaa isaanii dhoksaa guddoo diriirfatanii jiru. Ummanni keenya qaroominaan argu mudama siyaasaan goyyomfamu boodaan eenyutu jira isa jedhu dabarsee arguun qabeenya saamame fi aangoo bifa hundaa qabaachuu isaan irratti xiyyeefatee jira. Goyyomsaan muudama aangoo baroota 130 ol gabrummaan dabarsine keessattuu faayidaa akka hin arganne Oromoon tolchee beeka. Dhalooti ammaas seenaa irraa barachuun dirqii ta’a.

Continue reading

ONN: Kabajaa Guyyaa Goototaa Baqattoota Oromoo Yaman kan bara 2018 Irratti Walleelee Warraaqsaa Dhihaatanii Turan Keessaa Tokko. Caamsaa 16, 2018

Aside

ONN:Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa. Caamsaa 16/2018

Aside

GALII KEENYA GA’UUF,,WAREEGAMA BAASUUN DIRQAMA !!!

Aside

SEENAA Y.G (2005)

Dirqamni bifa hedduu qaba. Wareegamnis akaakuu hedduu qabdi.Qabsoon keenya wareegama qaqqaalii baasaa, sadarkaa amma irra jirru irra ga’ee jira. Injifannoon nuuti argannees waan laayyoo miti. Dirqamni ba’aa jirrus hanga lubbuu ofii kennuutti ol guddateera. Amma bakka jirru kana dhaabbannee waan ilaallachuu qabnuutu dhufaa jira. Wareegamni keenya mootummaa raaseera. Murtiilee kabeebsaas haa ta’uu dharaa akka fudhataniif dirqisiifnee jirra. Adeemsi mootummaa amma itti jiru, of eeggannoo fi  dhaamsa gama hundaa nu akeeka. yoo nuuti karaa galii keenya itti milkoofnuu qofaa ilaallee yoo hin tarkaanfatiin, mootummaan farrooftuun tun, carraa gaarii argachuu dandeessi. Kanaaf wayyaaneen kana booda tarii, Qabsoo Oromoo dura dhaabbachuu dadhabuurraa adeemsa Dhaabbilee siyaasaa wal dura dhaabuu fayyadamuu dandeessi. Dhabbileen siyaasaa fi Ummati keenya addatti Qeerroon yeroo of eeggannoo haalaan barbaachisaa ta’an raawwachuun dirqama ta’eerra geenyerra. Continue reading