SBO: Caamsaa 18, 2018. Oduu fi Guutummaa Qophii Keenyaa Kan Ta’e Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Miseens a Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbii Himaa Dhaabaa kan Ta’an Jaal Toleeraa Adabaa Waliin Taasifame Kutaa Xumuraa.

Aside

Ummanni Oromoo Jijjirraa Bu’uuraa Barbaada. Jijjirraa Kabeebsaa Baroota Dhibbaa Oliif Hifatee Jira.

Aside

አጠቃላይ የኢትዮጵያ ሰራዊት መዋቅር

1. የመከላከያ ኢታማጆር ሹም ፕ/ር ሜ/ጀ ሳሞራ የኑስ (ትግሬ)
2. የመከላከያ ኢንዶክትሪኔሽን ዋና ዳይሬክተር ብ/ጀ ገ/ኪዳን ገ/ማሪያም(ትግሬ)
3. የመከላከያ ፋይናንስ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮ/ል ፍፁም ገ/እግዚአብሄር(ትግሬ)
4. የመከላከያ በጀትና ፕሮገራም ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮ/ል ምቡዝ አብርሃ(ትግሬ)
5. የመከላከያ የኪነ-ጥበባት ስራወች ሀላፊ ኮ/ል ክብሮም ገ/ እግዚአብሄር(ትግሬ)
6. የመከላከያ መገናኛና ኢንፎርሜሽን የግንኙነት መምሪያ ሀላፊ ኮ/ል ነጋሲ ትኩ(ትግሬ)
7. የመከላከያ ኦዲት ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ኮ/ል ገ/ትንሳይ ሃጎስ(ትግሬ)
8. የመከላከያ ትምህርትና ስልጠና መምሪያ ዋና አዛዥ ሌ/ጀ ሳህረ መኮንን(ትግሬ)
9. የመከላከያ ሎጅስቲክ መምሪያ ዋና አዛዥ ሜ/ጀ ኢብራሂም አብደል ጀሊድ(ትግሬ)
10. የመከላከያ ኢንዱስትሪ ሃላፊ ሜ/ጀ ክንፈ ዳኛዉ(ትግሬ)
11. የመከላከያ ዩኒቨርሲቲ ኮማንደንት ብ/ጀ ሃለፎም እጅጉ (ትግሬ) Continue reading

Rakkoo Uummataa Sadarkaa Yaadaa Qofatti Dubbatanii  Darbuun Furmaataf Nageenya Biyyatti Kan Eegsisu Miti

Aside

Rakkoo Uummataa Sadarkaa Yaadaa Qofatti Dubbatanii  Darbuun Furmaataf Nageenya Biyyatti Kan Eegsisu Miti

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Caamsaa 16,2018

Finfinnee Oromiyaa

Saamichaan akkasuma sarbaminsa mirga uumaamaan qabnuuf Heeraaf seerri biyyattii mirgoota nuuf kennu molqamuun akka lammii lammaaffatti biyya impaayera Xoophiyaa keessa jiraachaa waggoota hedduu dabarsine. Sarbaminsa mirgoota uumamaaf heeraaf seera biyyattiin arganne deeffachuuf qabsoon Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO dhaan durfamee biyyattii keessatti uummata isaa of duuka hiriirsee gochaa tureen, falmaa abbaa biyyummaatti dabaluun falma mirga namoomaaf wareegamni qaaliin kaffalame.

Wareegama nuti Qeerroon Bilisummaa baroota dheeraaf kafalleen yeroo ammaa qaama gamaa gamanaa bu’aa siyaasaaf jecha akka injifannoo mataa isaa fakkeessee itti dhimma bahuuf olii gadi kaatu argaas dhagahaas jirra. Waggoota darban keessa haalleen akkasii osoo arguu tokkummaa Oromoof jecha Qeerroon Bilisummaa hanga sararaa diimaa bira gahamutti usee irra darbaa ture. Haata’uutii haalli yeroo ammaa ummanni keenya keessa jiru kan durii irra hammaataa fi saamichii fi cunqursaan bifa haaraa fi tooftaa jijjirrateen diriiraa jira.

Wayyaaneen ummata Oromoo saamuu irratti baroota dheeraa umurii dabarsan har’as dhaalota ilmaan isaanii kan duubaan guddifatan hedduutti dabarsanii kennaa jiru. Oromoof muudama, Habashaaf aangoo fi diinagdee jecha jedhuun caasaa isaanii dhoksaa guddoo diriirfatanii jiru. Ummanni keenya qaroominaan argu mudama siyaasaan goyyomfamu boodaan eenyutu jira isa jedhu dabarsee arguun qabeenya saamame fi aangoo bifa hundaa qabaachuu isaan irratti xiyyeefatee jira. Goyyomsaan muudama aangoo baroota 130 ol gabrummaan dabarsine keessattuu faayidaa akka hin arganne Oromoon tolchee beeka. Dhalooti ammaas seenaa irraa barachuun dirqii ta’a.

Continue reading