Daily Archives: May 20, 2018
በኢትዮጵያ ወቅታዊ ጉዳይ በተመለከተ ከሕዝቦች ለነፃነትና ለፍትህ አባል ድርጅቶች ጋር የተደረገ ውይይት
Aside
ONN:Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa Kan Torbaan kanaa.Caamsaa 20/2018
Aside
Iyyamuufii Qaba!!
Aside
Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu kan maqaan hin waamamne lakkoofsaan kumaan lakkaawaman ni jiru.
Kan isaan mana hidhaa ilma namaaf hin malle kana keessatti warri hafan kuniinis maqaa ABOn Waraanaa fi Dabballummaatti shakkamaniiti. Jaallan amma illee hidhaa diinaa keessa jiran kuniin gootota qaqaalii dha, dandeettii gama hundaan kanneen qaroo fi ijoo ta’ani.
Jarreen sabboontoti kun hedduun isaanii maatiin lubbuun jiraachuu isaanii fi eessa akka isaan jiran quba hin qaban.Haalli isaanii kan garaa nama nyaatuu fi gaddisiisanidha. Huccuu if irraa jijjiirratan hin qaban. Continue reading