SBO: Gurraandhala 09 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Adda Addaa.

Aside

SBO: Gurraandhala 07 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Adda addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

SBO: Gurraandhala 4 bara 2018. Oduu, Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffatee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Araarsoo Abbaa Humnaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa.

Aside

The human right violation and crimes against humanity on the Metekel Oromos since 1991-2018

Aside

The 1991 constitution of EPRDF constitution’s approach is distinct in that it classifies the fundamental rights and freedoms into human rights and democratic rights. Even if the EPRDF starting from the adoption of the 1991 constitution stipulated different provision regarding the human and democratic rights. because of the infant federal form of government structure that they opt to follow the last 26 year can be categorized as the dark age/years/ for the Metekel Oromo, historically it is the year where they lose their identity and enforced to change their identity,the year they excluded from the regional constitution as one of the community leaving in the region for a long period of time. The year where they have no directly or indirect representative in the regional or federal form of the EPRDF government structure, the year they are prohibited to exercise and make to grow their culture and the right to learn by their Owen language,  Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Gurraandhala 2,2018

Aside

SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 02 2018 **** Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Torbanittii Guyyaa Sadii Facaasaa (Kibxata) Kamisaa fi Jimaata Akka Lakkofsa Sa’aa Oromoo tti Galgala Keessaa sa’aa 7:30 Iraa Amma 8:00 tti Metir baandii 16 KHZ 17840 Irratti Kan Isinii Darbu Dha.”Nuti, Qeerroon Oromoo, seenaa wareegama qabsaa’ota Bilisummaa Oromoo haga yoonaatti galmeeffameef kabajaa guddaa kennaa, nutis akka dhaloota haaraatti wareegama bilisummaa baasuuf kaanee jirra.” Qabsoon itti fufa! Garboonfataan ni kufa!! www.qeerroo.org

Continue reading

Qabsoo Oromoo Dhaamsuuf Sochiin Wayyaaneef OPDO Ammaa Maal Fakkaataa?

Aside

Agartuu Qeerroo Tibbanaa “Ko’oomsuu”

Qabsoo abbaa biyyummaa Oromoo dadhabsiisuuf shiroota gurguddaan xaxaxamaa turaniiru. Shoroota kana hayyoonni Oromoo fi barreessotoonni garaagaraa uummataaf gama garaagaraan ifa baasanii saaqanii uummataaf saaxilaa turaniiru ittis jiru. Ammas shira hamaa qabsoo Bilisummaa Oromoo xaxuuf sakaaluuf irratti hojjetamaa jiru kukkutuun dura uummata ifiif barbaloomsuun nii barbaachisa.

Halagaan qabsoo Oromoo irratti duuluun kan isa barbaachiseef, qabsoo Oromoo dhaamsuun alatti Oromoo fi saboota cunqurfamoo saamuun akka ulfaatu beekeeti. Qabsoo Oromoorrattis yeroo gara yerootti dhagaa jechaaf wantoota garaagaraan dadhabsiisuuf yaalii taasisaa turaniiru ittis jiru.

Har’a qabsoon Oromoo qabsoo Qawween Taankiin dhaabuu hindandeenye saatii ta’etti, qabsoo kana dadhabsiisuuf uummata bahee falmataa jiru kana sangoomsanii akka hindubbanne gochuun gama danda’aamu irratti funyoon haalaan fo’amaa jirtu jabduudha.

Funyoowwan kun, yoo irratti dammaquun hinjiraanne qabsoo keenya lafarra butuu kan dandeessun ala, haabadan qabsoo kana hongeessuummoo akka hindandeenye namaa gala. Wadaroon qabsoo Oromoo sakaaluuf irratti hojjetamaa jirtu kanneen ammaa maal faa’ii? Continue reading

SBO: Gurraandhala 2 bara 2018. Oduu, Gaaffii fi Deebii Jaal Araarsoo Abbaa Humnaa waliin taasifame -Kutaa 5ffaa fi Walaloo(Alaabaa!)

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Gurraandhala 1,2018

Aside

Continue reading

Danbi Doollootti Keessatti Uummanni Ergamtoota Wayyaanee Waaroo Salphinaa Uffise 

Aside

[SQ Gurraandhala 1,2018] Dambi Dolloo Gurraandhala 2/2018 Salphina OPDO waan nama qaanessu Guyyaa Har’aa G/Q/Wallaggaa magaalaa Dambi Dolloo keessatti Waa’ee dantaa addaa Oromiyaan Finfinneerraa argachaa jirtuu isinitti himna jechuun Jiraattota magaalaa irraa muraasa, barsiisota irraa muraasa,qeerroo irraa namoota muraasa galma waajjira dhaabaa magaalaa Dambi Dolloo keessatti walitti qabuun barreeffama afaan Amaaraan qophaa’e kan TPLF itti laatte fidanii akkas jedhan:- “Oromoodhaa Finfinnee keessatti manni barnootaa addatti ijaarameeraaf,tajaajila geejjibaas addatti argachaa jira kan jedhuu fi waan xixiqqoo dubbachuunsaa nama qaanessu kaasuun akka waan gaaffiin Oromoon Finfinneerra qabuu kana ta’ee amansiisuuf yaalan. Continue reading

Raadiyoo Simbirtu Guraandhala 01 2018

Aside

Continue reading