SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 02 2018 **** Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Torbanittii Guyyaa Sadii Facaasaa (Kibxata) Kamisaa fi Jimaata Akka Lakkofsa Sa’aa Oromoo tti Galgala Keessaa sa’aa 7:30 Iraa Amma 8:00 tti Metir baandii 16 KHZ 17840 Irratti Kan Isinii Darbu Dha.”Nuti, Qeerroon Oromoo, seenaa wareegama qabsaa’ota Bilisummaa Oromoo haga yoonaatti galmeeffameef kabajaa guddaa kennaa, nutis akka dhaloota haaraatti wareegama bilisummaa baasuuf kaanee jirra.” Qabsoon itti fufa! Garboonfataan ni kufa!! www.qeerroo.org