Daily Archives: February 25, 2018
Wallaga Magaalaa Dambi Doolloo FXG Qeerroo Bilisummaa Gurraandhala 25,2018
Aside
“Dabeessi Muddame Galteetu Oduu Caala” Diddaa Qeerroo Bilisummaa Wallagga Magaalaa Naqamtee,Gurraandhala 25,2018
Aside
Fincila Uummataa Gurrandhala 1974 fi Gurrandala 2018.
Aside
Damee Booruun
Gurrandala 1974 fi Gurrandala 2018 jidduu waggaa afurtamii afur keessatti mootota Habashaa sadii wal jalaa booda akka mataan halayyaa seenaa jiran agarra.” Gamni orma irraa barata, gowwaan immoo ofii irraa iyyuu hin baratu” akuma jedhan tokko tokkoon isaanii seenaa fokkataa fi yakkama fudhatanii gara boola isaanii seenaa jiru. Maxxansaa gabaaduu kana keessatti seenaa mootota kana xinxaluuf bakkaa fi yaroo hin qabu. Haa tahu male bara lammeen olitti kaase kana wal bukkee kaaseen ilaaluu yaala.
Bara kudha saglii fi jaatamaa fi torbaatamaan keessa sochiin bartoota Itopiyaa haala cimaan gageefamaa ture. Sababa kanaan Mootumaan Haaiyle Selaasee bartoota ajjeessuu , hidhuu fi dararuu irraa booda hin jenne. Garuu Gurrandhla 1974 sochiin bartootaa fincila uummataan wal qabatee didaan jabaachuuirraa kan ka’e prime minister namni ture Akiluu Habteweld aangoo irraa darbame. Mootummaan Haayile Selaase namicha barnoota guddaa qaba jedhamee beekamu Indaalkaachew Mekoonin prime minister haaraa godhee mude. Continue reading
ONN:Wal-hubannaa ABO fi TPLF jidduu ture laalchisee marii bal’aa itti G/Damee Dantaa Alaa ABO kan ture Obbo Taahaa Abdii waliin goonee kutaa xumuraa.Gurraandhalaa 25/2018
Aside
ONN :QOPHII KAAYYOO FEB 24 2018 __Qophii Addaaa Marii dhimma iggita dhiittaa mirga dhala namaa mootummaa Itoophiyaa irratti godhamuuf dhiyaate HR 128 ilaalchisee godhame.
Aside
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 24 February 2018
Aside