Naannoo Yuunversiitii Wallagga hora hadiyyaa jedhamu irratti uummata nagaan hidhamtoota siyyaasaa simachuuf magaalaa Naqamtee keessaa bahanii itti adeemaa jiran reebanii oldeebisaa jiru.Haalli jiru baayyee ulfaataa ta’aa jira.
Wayyaaneen uumata nagaa reebdee gara jeequmsaatti jijjiiraa jirti.
Waraanni wayyaanee Qeerroo fi qarreen akka dhaadannoo hin dhageesisne,Akka wallee warraaksaa hin sirbineefis akeekkachiisa kennaa jiru.
Konkolaattonni guutummaa magaalaa Naqamtee keessaa Obbo Baqalaa garbaafaa simachuuf bahanis ol ittifamuudhaan akka hin simanneef ugguramaa jiran. Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
Like this:
Like Loading...