SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo: Gaafii fi Deebii Barisiisa Tokko Waliin Ta’e
Aside
Damee Booruutiin
Hooggantoon TPLF reenfa meeqa irra tarkaanfatan dhufanii akka uummata Itopiyaa hundaa waraana Dargii jalaa akka bilisa baasan bara bittee isaanii kana hundaa yaroo xibaaraa jiran dhagaa jira. Har’as akkuma kana. Dhugaan jiru garuu waraana Dargii kan cabse qabsoo uummatoota Itopiyaa hundaatti. TPLF bara Dargiin jiru biyya isaanii keessatti warana Dargii lolaa turte. Uummatni Eritiraa, uummatni Oromoo, Uummatni Ogaaden , Uummatni Sidaamaa, Uummatni Gambeela fi kan hafanis amma humna isanii of irratti loludhaan aangoo Dargii cabsan.
TPLF qofaatti loltee mootee injifannoon galuu ishee namni arge hin jiru. Warri gaafa sana jirru kan aggarre fi raga seenaa dabarsinu TPLF biyya Tigray amma Finfinnee galtu konkolaatan buraaqte dhfuu dha. Gaafa sana TPLF waraana Dargii faca’ee irraa kilaashinkovii fi meeshaa waraanaa gugguddaa saamachuu ayyaana argatee jirti. Karaa biraa biyya Oromoo kan fidee dhufte yoo jiraate cinii, bujalee, shiraa fi haxxummaa qofa. Continue reading
My people Oromo, we have before us an ordeal of the most grievous kind. We have before us many, many long centuries of struggle and of suffering. You ask yourself, what is our demand? Your answer was: to get back my country Oromia and freedom in my house, freedom in my GOD given country Oromia, full ownership of my own resources, freedom to choose the right leader and so on. You ask yourself, what is our policy to achieve our goal? Your answer was: It is to wage war, by sea, land and air, with all our might and with all the strength that God can give us; to wage war against a monstrous tyranny, never surpassed in the dark, lamentable catalogue of human crime. Yes you wage the famous war in 21st century by your sons and daughters called Qeerroo mechanized with their powerful nuclear weapons called TRUTH: T=Total R=Revolt U=Until T=Transplanting (colonization) H=Halts. Continue reading