Mudde 28,2017/ Dhiheenya kana barattootni Saba Tigree Yuunivarsiitii Addagiraat Sabaan adda baasanii barattoota Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsiitii Addagiraat baratanirratti poolisii feediraa waliin ta’uun reebicha irratti geesisuun lubbuu dabarsuufi miidhaa qaamaa irratti geesisuun ni yaadatama. Haaluma walfakkaatuun kooleejii qonna Agaarfaagaafa guyyaa 3-4/4/2010 barattootni saba Tigree jeequmsa kaasuun barnoota addaan kutuun koolejicha gadi dhiisanii bahanii jiru.
Sababa barattootni saba tigree dhaabilee barnoota olaanoo keessatti jeequmsa kaasan irraa ka’uun mootummaan woyyaanee poolisii feediraalaa maqaa dhaabilee barnoota olaanoo nageenya eegsisa jedhuun akka achi keessatti maandhefatan godhuu danda’eera.
Haata’u malee sababbiin maandhefannaa isaanii nageenya dhaabilee barnoota olaanoo eegsisuu osoo hin ta’in,inumaayyuu jeequmsa kaasuun, barattoota saba Amaaraafi Saba Oromoo ta’an; Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk