FXG Guyyaa Har’aa Yuunibarsiitii Gondor Keessatti Gaggeeffamaa Jira.

Aside

[SQ, mudde 11, 2017]Mormii sirna mootummaa Wayyaanee Mooraa Yuunibarsiitii biyyattoo keessatti jabaatee adeemaa jira. Mormiin barattootaa kun babal’atee saatii adeemaa jiru kanatti biyyattii tasgabbii dhowwachuuf waraanni wayyaanee doorsisa barattootaaf yakka ajjeechaa raawwachuu ittu jabeesse. Haaluma kanaan guyyaa har’aa barattoota Oromoo fi barattoota Amaaraa wal ta’uun balaaleffannaa mootummaa irra jiru. Addatti yakka Yuunibarsiitii Addagiraat keessatti barattoota Oromoof Amaara irratti raawwataa jiru kan hadheeffatan ta’uus gabaafame.

Barsiisaa Taaddasee Hordofaa Nuunnuu Qunbaa Keessaa Yakka Jibbiinsa Dhala Oromoo Irraa Qabduun Wayyaaneen Mana Hidhaatti Kan Gidirsaa Jirtuuf Qeerroo Barattootaa Oromoo Deggarsa Taasisan

Aside

[SQ, Mudde,3,2017] Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Magaalaa Nuunnuu Qunbaa keessatti barsiisaa Taaddasee Hordofaa jedhan miseensa paartii Mormituu KFO kan ta’an Wayyaaneen ukkaamsitee turuun ishee nii yaadatama. Yakka jibbiinsa Oromummaa isaanii qofaaf wayyaanee irratti raawwatte kan balaaleffatan uummanni Nuunnuu Qunbaa Qeerroo waliin ta’uun deggarsa barbaachisaa taasisaafii jiraachuu gaabsni Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo gahe ifa taasisa. Haaluma kanaan barsiisaan kun uukkamfamanii kan jiran yoo ta’u ardaaf qe’ee jaallatamaa barsiisaa kanaa wal ijaaruun barattoonni magaalattiif naannoo ishee deggarsa barbaachisaa maatii isaaniitiif taasisaa jiru. Kellaa mana jireenyaa isaanii bifa hawwataan ijaaruun uummanniagaalattiis deggarsa taasise. Continue reading

Ummanni Keenya Humna Keenya!

Aside

Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Mudde 11,2017
Finfinnee Oromiyaa
Barattoota keenya dararuun, barataa keenya ajjeesuun akkuma itti fufetti jira. Uummatni Oromoo humna Waraanaa Wayyaaneen weeraramee jira. Weerara kanaan ardaan Oromoo barbadaa’uutti jira. Uummata Oromoo lafasaa irratti waraana itti banuun lafarraa buqqaasuu irratti kan argamu humni garboonfataa TPLF ilmaan Oromoo mooraawwan Yuunibarsiitii keessaa dhabama gochuuf kallattiin waraana irratti banee jiraachuun ifaadha. Har’a barataa Oromoo mooraawwan Yuunibarsiitii Oromiyaa keessaa irratti waraana Agaazii ramaduun barattoota shororkaa, reebaa, Hidhaa kan jiru Wayyaaneen, Barataa Oromoo fi saboota Cunqurfamoo impaayera biyyatti Naannoo Oromiyaan alaa irratti ilmaan isaa duulchisuun ajjeesisaa jira. Continue reading

ኢትዮጵያ ዘርፍ ምክር ቤት እና የኦሮሚያ ዘርፍ ምክር ቤት ፕሬዚዳንት ከዱ።

Aside

ONN- ዜና
ኢትዮጵያ ዘርፍ ምክር ቤት እና የኦሮሚያ ዘርፍ ምክር ቤት ፕሬዚዳንት ከዱ። በአንድ ከፍተኛ የመንግሥት ባለሥልጣን ከተመራ የልዑካን ቡድን ጋር ዘርፍ ምክር ቤቱን በመወከል ወደ አውስትራሊያ ከተጓዙ በኋላ፣ ሌሎች የልዑካን ቡድን አባላት ሲመለሱ እርሳቸው መቅረታቸውን ምንጮች ገልጸዋል፡፡

ከኢትዮጵያ የንግድ ልዑካን ጋር ወደ አውስትራሊያ ተጉዘው የነበሩት የኢትዮጵያ ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ፕሬዚዳንት አውስትራሊያ ከሄዱ በኋላ ሪፖርት ሳያደርጉ አንድ ወር ማስቆጠራቸው ጥያቄ አስነሳ፡፡ በዚህም ምክንያት ቼክ ላይ የሚፈርም በመጥፋቱ ችግር መፈጠሩን ምንጮች ገልጸዋል፡፡

በቅርቡ በተካሄደ አወዛጋቢ ምርጫ የኢትዮጵያ የዘርፍ ምክር ቤት ፕሬዚዳንት ሆነው የተመረጡት አቶ ኢያሱ ሞሲሳ፣ በአንድ ከፍተኛ የመንግሥት ባለሥልጣን ከተመራ የልዑካን ቡድን ጋር ዘርፍ ምክር ቤቱን በመወከል ወደ አውስትራሊያ ከተጓዙ በኋላ፣ ሌሎች የልዑካን ቡድን አባላት ሲመለሱ እርሳቸው መቅረታቸውን ምንጮች ገልጸዋል፡፡

እንደ ምንጮች ገለጻ ከሆነ አቶ ኢያሱ መመለስ የነበረባቸው ከሦስት ሳምንታት በፊት ነበር፡፡ የጉዞ ፕሮግራሙ ካለቀ በኋላ ሪፖርት ሳያደርጉ በመቆየታቸው፣ በዚያው ቀርተዋል የሚል ድምዳሜ ላይ ተደርሷል፡፡ በተለይ ከተረከቡት ኃላፊነት አንፃር ውክልና ሳይሰጡ አንድ ወር መቆየታቸው የጽሕፈት ቤቱን እንቅስቃሴ እንዳስተጓጎለ ምንጮች ገልጸዋል፡፡ Continue reading

Hiriira Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Asallaa Keessatti Gaggeefamaa Oole.

Aside

Mudde 10/17) Hiriira Warraaqsa Fincila Xumura gabrummaa biyyooleeysa oromiyaa guyyaa Arraa Magaalaa Asallaatti Gootowwan barattoota Qeerroo Fii ummanni oromoo gaggeeysaa Jiran.
hiriira kana Irratti Qeerroon faaruu warraaqsaa faarfachuu fii dhaadannoo Warraaqsa Biyyooleeysaa “Abbaan biyyaa Oromoodha, Wayyaaneen nun bulchituu!!.” fii kan biraas dhageeysisuun hawaasa kakaasuu fii wayaaneen akka abdii kutattu godhanii jiran.