Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Adoolessa 19, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wallagga,Qellem, Jimmaa Horroottii Namooti Hidhaman Muraasni Wabiidhaan Gadhiifaman, Namootni Hedduun Ammooo Reebichi Irratti Raawwataa Jira Aside Adoolessa 19,2016 FXG godina Qellem aanaa Jimmaa Horrootti torbanoota kanneen wal irraa osoo hin citiin itti fufee jira. Waraanni wayyaanee uummata nagaa shororkeessaa jira. Adoolessa 17 uummanni hedduun mana hidhaatti guuramee jira. dhukaasni uummata irratti yeroodhaa yerootti banamuun qonnaan bulaa gara mana hidhaatti guuraatti jiru. Namootni guyyoota lama dura hidhaman keessaa har’a wabiidhaan gadhiifaman keessaa kan Qeerroon gabaase 1. Lataa Wiirtuu 2. Daagim Warataa 3. Shumata Danuu 4. Takkaaliny Waraatuu 5. Takkilee Tadale 6. Dastaa Kanneen jedhaman wabiidhaan yoo gadhiifaman kanneen mana hidhaatti hafanii fi reebichi itti hammaatee jiru 1. Sanbata Oljirraa 2. Kibiruu Oljirraa 3. Raammataa Tashoomee 4. Nuuree Tashoomee 5. Nabiyyuu Tashomee 6. Caalii Ganjoosaa 7. Sharinnat Tamasgen 8. Geetuu Tasfaayee 9. Isayyas Addisuu 10. Kalile Idiris 11. Zelalem Asawuu 12. Minala Kadir 13. Abdisa Indaaluu 14. Amanuel Israel 15. Gammachuu Bantii 16. Naatoo Girmaa Isaan kunneen mana hidhaatti reebichi irratti raawwataa akka jirus Qeerroon gabaasee jira. Har’as itti fufee waraanni Wayyaanee naannicha shororkeessaa akka jiru Qeerroon gabaasee jira. Humni WBOs naanicha qubatee jiraatuun wayyaaneetti shakkii uumeen poolisoota naannoo irraa haga waraana humna agaaziitiin ona Jimmaa Horroo buufatee jiraatuun Qeerroon gabaase. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...