Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Adoolessa 6, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Adoolessa 6,2016 Kutaa Bulchiinsii Magaalaa Finfinnee Hannaa furiitti Poolisootni Federaalaa 6 Dhiiga uummataa dhangalaasuu fi Sochii Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Dura dhaabbachuuf bobbaafaman Humna Ittisa uummataan Haleelamuun Du’aan Adabaman, Reeffii Poolisoota kanaas Bakkeetti gartamee Bargamoo keessa kan Argame ta’uu mirkanaa’era. Humni Waraana Wayyaanee waraannii Poolisii Finfinnee fi Poolisiin Federaalaa akkasumas Waraanni Agaazii Karooraa Master Pilaanii Fenfinnee hojiitti hiiksisuuf ramadamee manneen Jireenyaa uummataa addatti immoo kan Uummata Oromoo diiguu fi qawween doorsisee diigsisuuf bobbaafame humna Ittisa Uummataan haleelamuun gaaga’ama guddaa keessa galee jiraachuu irra poolisoota Federaalaa dhalootaan Oromoo ta’anii fi Tigrootaa fi amaarota gidduutti wal shakkiin guddaan dhalatee jiraachuu maddeen keenya gabaasan. Kana malees Poolisootni ilmaan Oromoo sirna nama nyaataa Wayyaanee keessatti argaman bakka hundattiyyuu ilmaan Oromoo xiyyeeffannoo dhimma Oromoo fi Oromiyaa irratti kennuun sba isaanii cina dhaabbachuu dhaamsa dabarfatan. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...