Shaggar Naannoo Gudarii fi Gindabarat Keessatti Karaan Cuufamee Waraanni Agaazii Darbaa Dhabaa Jira,Injifatnoon Kan Uummataati. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Bosonni Oromiyaa Shaggar Naannoo Waliisootti Argamu Humana Agaaziin Gubachaa Jira. Aside Gurraandhala 18,2016 Walisoo irraa, :Gaafa dilbata halkan keessaa sa’atti 6:00tti boosonni tulluu warabboo jedhame beekamu gubate. Boosoni kun aanaa walisoo ganda xombee ancabbii keessatti kan argamudha . Akka oduu achi nu gahetti humni addaa dargaggoo ta naannoo bosona gale kan jedhu sodaa waan qabanif dilbata galgala naannoo sa’ati 12:00tti humni agaazi dursee boosona sana maarse nun jedhu jirattoonni achi. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Doktorooti Ogeessa Fayyaa Ta’an 4 Wallagga Hosptala Naqamtee Irraa Ogummaa Isaaniin Ummata Akka Hin Tajaajillee Mootummaan Wayyaanee Dhorkuu Qeerroon Gabaase. Aside Guraandhala 18,2016 Mootummaan Wayyaanee ogéeyyii fayyaa quuqama sabaa qabanirratti dhiibbaa dhuunfaa fi jiimlaan gochaa jirti. Kanarraa ka’uunis tajaajilli gahaan uummataaf laatamaa akka hin jirre ogeeyyiin kun ibsan. Keessaayyuu Hospitaalaa Rifeeralaa naqamteee keessaattii haakimootni afur: 1. Dr Biqilaa Nagasaa (Internist) 2. Dr Shimallis Laggasaa (Internist) 3. Dr Taddasee sooressoo (pediatrician) 4. Dr Tashomee Abayinee(pediatrician) hojii idileen alattii Ummata akka hin tajajille hojii geggessaan hospitallichaa dhorkeera. Kunis kaffaltiin isaaniif kaffalamu hin jiru jechuun ta’uu hojjettootni hospitaalichaa ni dubbatu. Haala yeroo ammaa wajjin walqabatee mootummaa gabroomfataan kun uummatni keenya karaa hundaan akka miidhamu gochaa jira. Hakiimonni kunneen hojiirraa dhorkamanis iyyata hooggansa manichaa fi qaama ilaalu maraaf dhuunfaa fi gamtaan dhiyeessaa jiru. Hidhaa, ajjeechaa fi hanqinoota bu’uuraalee misoomaarra darbee tarkaanfiin mootummaan ogeeyyiin fayyaa akka uummata hin tajaajilleef fudhachaa jiru daranuu qabsoo keenya kan cimsuu fi hawaasi akka caalaatti dammaqu kan godhu ta’uus qeerróon ibsee dhukkubsataan haala nama gaddisiisuun miidhamaa fi komee nama irraa fuudhu dhabee rakkachaa jiraachuu gabaasi nu gaye ni addeessa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gurraandhala 18,2016 FXG Godinaalee Oromiyaa Keessatti Jabinaan Itti Fufee Jira. Alaabaan ABO Qilleensa Oromiyaa Irra Balali’aa Jira. Aside Har’a Gurraandhala 18,2016 FXG oromiyaa bakka hundaatti har’a ganama irraa kaasee itti fufeera. Godina Shaggar lixaatto qonnaan bulaan lafa keenya irratti diina hin gabbarru jechuunis fardeen isaan yaabbatee gara FXG barattoota waliin walitti makamuutti deemaa jira. Shawaa lixaa, Gindabarat, Amboo, Gudar, Jalduu, Baakkoon hanga baadiyaatti fincila isaa itti fufeera. Wallagga bahaa fi Horro Guduruutti barattootni mana barumsaatti fincilaisaanii itti fufaniru. FXG godinaalee oromiyaa maratti har’a yeroo wal faana alaabaa keenya qabachuudhaan itti fufeetu jira. godina Arsii keessatti magaalonni hedduun bilisa of baasaniiru,. Bulchiinsa mootummaa diiganii bilisummaa isaanii mirkaneeffatanii jiru. Dhaadannoon bakka hundaattuu karaa cufuudhaan itti fufeera. Mootummaan wayyaanees rifatee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Wallaggaa Aanaa Jaarsoo Keessatti Barattooti Mana Hidhaa Keessatti Baatiilee Darban Hidhaman Marraa Lammaffaaf Mana Murtiitti Dhihaatan. Aside Guyyaa har’aa Guraandhala 18,2016 bartoota fi dargaagoota Oromoo Wallagga Aanaa Jaarsoo kaneen FDG irraattii hidhaamanii mana murtiittii akka dhiyaatan gabaasuun keenya ni yadatama, namoota ragaa sobaa ba’aniis gabsnee ture..beellami guyyaa har’aa waan tureef…ammas beelama guyyaa gaafa 8/6/2008tittii erga dabarsanii booda ammaas barattootii fi dargagoonni kun har’aas hirira galuun mormii jabaa dhageesisaa mana murtiitti galanii jiru surraan yeroo isaan mana murtii galanii jiran dha ,sa’aa ammaa kanatti jechuu dha.. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Guraandhala 17, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gootota Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Abaaroo Gurraandhala 17,2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gurraandhala 17,2016 Magaalaa Dodolaa Keessatti Alaabaan ABO Balali’aa Oole,Gootonni Qeerroo Wallee Warraaqsaan WBO Faarsaa Oolaniiru. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Bakkeewwan Hedduun Fincila Xumura Aside Gurraandhala 17,2016 Har’as gootonni Barattoota Oromoo Kan Baha Wallagaa jala jiran erga boqonnaa semisteeraati deebi’anii kanneen akka Mana barumsaa Naqamtee Magaalaa Keessatti argaman,M/Barumsaa Nuunnuu Qumbaa(Nuunnuu,WaamaaAdaree ,Dirree),M/Barumsaa Waamaa Hagaloo(Qassoo,Moxe,Kiillo,Baataa,Aleeluu),M/Barumsaa Qophaa’ina Naqamteef Jiituutti haalaan finiinfamaa jira Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Guyyaa Har’aa Alaabaan ABO Magaalaa Kofalee Keessatti Gootota Qeerroon Balali’aa Jirti. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...