SBO Gurraandhala 03,2016. Oduu, Iyyannoo Hidhamtoota Oromoo mana hidhaa Qaallittii fi Gaaffii fi deebii miseensa Gumii Sabaa ABO Jaal.Qeerransoo Abdiisaa waliin akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2016/02/03022016sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Har’a Gurraandhala 2,2016 Barattooti Oromoo Wallagga Aanaa Jaarsoo Mana Hidhaatti Guuramaa Jiru. Aside Guyyaa har’aa Gurraandhala 2,2016 Wallagga Aanaa Jaaroo Kessatti,Motumman Wayyannee.bartoota hiriraa ba’aa kaneen yeroo darbee hiidhaa turaan ammas irra deebi’ee qabun… Mana murtiittii geesse jira… Bartonnii kuniin baayinaa 21 kan ta’aa yoo ta’uu bartoota yeroo darbee hiidhaan jiran kaneen gabasee irraattii ragaa soba namoota sadii qindeessuun akka irraattii ba’aan ta’aa jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Odeessa Godina Shaggar Abuunaa Gindebert. Gurraandhala 2,2016 Oromoonni Hojjetaa Mootummaa Wayyaanee Ta’an Hedduun Sirnichaaf Hojjechuu Lagatanii Finfinneetti Godaanaa Jiru,Kanneen Keessaa Gariin:- 1,Baqqaalaa Nagaasa Hoji Kabbanee Wajjiraa OPDO Gindebert 2,Shibbiruu Wajjiraa Dargagoo fi Sport 4,Asfaaw Dhugumaa Ittisa Baalaf Qophayyina Abuunaa Gindeberet 5,Dhuguma Baqqala Wajjiraa Jaalisii 6,Sanyii Mootii Wajjira Haawasumaa 7,Laata Baayisaa Wajjiraa Gaalii Kanen Kun Hojii Mootumaa Wayyaanee hin hojjennu jechuun Hojii Gadi Lakkisaan Garaa Godinaa Adda Finfinee Galan Keessa Isaan Kun Warraa Mursaadhaa Kanen Maqaa Isaanii aanaa fi ganda irraa gara fuula duraa gabaafnu ni jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Guraandhala 2,2016 Harargee lixaa aanaa Ciroo ganda Koloolootti Amajjii 31 ,2916 ganama 1:30 qeeyrowwan naannichaan daandiin finfinnee gara dire dawwaa geessu dhagaan cufamee humnoota diinaatiin akka banamu tahe.halkan edas akkuma kana fakkatun muken jijjiganii dandin bakka lamatti cufame ganama kana konkolata ishetin diinni kaaste jirti. FXG karaa cufuun Oromiya keeysatti jabaate. Kanatti fufuunis dhaabbilee barnootaa naannoo Oromiyaa godina Wallaga bahaa aanaa Dega ganda Kolooboo mana barumsaa sad.1 fi aanaa Nuunnuu qumbaa mana barumsaa sad.2fi qophaa’inaa keessatti barattoonni Guraandhala 1,2016 guyyaa sa’a 10:00 qormaata xumuranii dhaadannoo guddaa dhageessisaa gara manaa galaniiru. Yuunivarsiitii Wallaggaa mooraa Naqamteetti waraqaan loogoo qeeyrootin beekame. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Gurraandhala 1,2016/ /Kutaa 2ffaa Gaaffii fi Deebii Jaal Diiramuu Cabsaa Hoggana Qeerroo Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...