Guyyaa Har’aa Godina Harargee Aanaa Gurawaa Araddaa Diree Gammachuu Keessatti FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Wallee Gootittii Artist Sabboontuu Faaxee Anniyaa/ Kabajaa Guyyaa WBO 2016

Aside

Gurraandhala 19,2016 Magaalli Amboo Ficila Xumura Gabrummaa Haala Jabaan Gaggeessaa Jirti. Waraanni Wayyaanee Heddumminaan Gara Magaalaa Ambootti Guuramaa Jira.Ummannis Diddaa Isaa Jabeesse.

Aside

Manni Hidhaa Amboo Yeroo gubatu 

Siifan Lola ABO Narra Hin Gortuu” Jedhu Qeerroo Arsii Nagallee FXG.

Aside

Amboo Keessatti FXG Caalaatti Finiinaa Jira,Daandiileen Konkolaataa Cufamaa Jiru.

Aside

Baabbichaaa (1)Guraandhala 19,2016 Warraaqsii biyyoolessaa Oromiyaa FXG ganama barii lafaa irraa eegaluun maagaalaa Amboo fi naannoo Ambootti warraaqsa fincila xumura gabrummaa jabaatu deemaa jira.  halkan edaa daandiiwwaan konkolaataa bakkoota hedduutti cufamaa bulaan, daandiin Amboo hanga calliyaatti cufamee jira, Magaalaa Baabbichaa irratti akka baqnamuu hin dandeenyetti cufamee jira.Baabbichaaa

Goototni Barattootniu mana barumsaa Amboo sadarkaa 1ffaa, 2ffaa fi Qophaa’inaa Hundii isaanii hiriiraan gara daandii asphaaltii guddatti Adeemaa jiruu, Uummanni baadiyyaa Amboo fi godina Lixa Shaggar Waajiraalee OPDO diiguu irratti argama, akka guutummaa goduinichaatti warraaqsii guddaan gaggeeffamaa olaa waan ta’eef Uummatni Oromoo kallattii hundaan kan keessaa fi alaa bakka jirtan hundaa dirmachuu keessan jabeessa, bakka jirtanii sagaleedhageesisaa !!

Guyyaa Har’aa Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Keessatti FXG Ta’een Barattooti Oromoo Hedduun Waraana Agaaziin Reebaman.

Aside

Dargaggootoo Abdii Guuttataa Dilgaasaa Gurraandhala 18,2016 Qawwee Wayyaaneen Reebame.

Dargaggootoo Abdii Guuttataa Dilgaasaa Gurraandhala 18,2016 Qawwee Wayyaaneen Reebame.

Dhaabni Keenya ABO Dha! Qabsoon Itti Fufa! Jedhu Goototi Qeerroo Bilisummaa Eddoo/Gurraandhala 18,2016

Aside

Shaashamannee Ganda Abaaroo Keessatti Goototi Qeerroon Wallee Warraaqsaan Diddaa Isaanii Dhageessisaa Jiru.

Aside

Har’a Guraandhala 18,2016 Daandiin Konkolaataa Wallagga Arjoo fi Jimmaa Quunamsiisu Guutummaatti Cufamuun FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Wallagga Horruu Guduruu Aanaa Jaartee Keessatti FXG Qeerroo Naannichaan Haalaan Jabaatee Itti Fufee Jira.

Aside